Yusuf · 10/111
Hiikkaa Sagaleeffama — Yusuf
قَالَ قَائِلٌ مِّنْهُمْ لَا تَقْتُلُوا يُوسُفَ وَأَلْقُوهُ فِي غَيَابَتِ الْجُبِّ يَلْتَقِطْهُ بَعْضُ السَّيَّارَةِ إِن كُنتُمْ فَاعِلِينَ ۝١٠
Qaalaa qaaa`ilum minhum laa taqtuloo Yoosufa wa alqoohu fee ghayaabatil jubbi yaltaqithu badus sai yaarati in kuntum faa `ileen
📖 Afaan Oromoon
Isaan irraa jedhaan tokko ni jedhe: “Yuusufiin hin ajjeesinaatii yoo kan dalagdan taataniif akka gariin daldaltoota karaa dheeraa deemu isa fudhatu hundee boollaa (eela) keessatti isa gataa.”

🎧 Caqasi


📜 Aayah 8-12 — Yusuf

8إِذْ قَالُوا لَيُوسُفُ وَأَخُوهُ أَحَبُّ إِلَىٰ أَبِينَا مِنَّا وَنَحْنُ عُصْبَةٌ إِنَّ أَبَانَا لَفِي ضَلَالٍ مُّبِينٍ
Yeroo (obboleeyyan Yuusuf) jedhan: “Dhugumatti, odoo nuti garee taanee jirru Yuusufiifi obboleessi isaa nurra gara abbaa keenyaatti jaalatamoodhaDhugumatti, abbaan keenya dogoggora ifa bahaa keessa jira
9اقْتُلُوا يُوسُفَ أَوِ اطْرَحُوهُ أَرْضًا يَخْلُ لَكُمْ وَجْهُ أَبِيكُمْ وَتَكُونُوا مِن بَعْدِهِ قَوْمًا صَالِحِينَ
Yuusufiin ajjeesaa; yookiin dachii (fagootti) isa gataa; fuulli abbaa keessanii isiniif dhuunfaa ta’aSana booda ummata gaggaarii taatu” (waliin jedhan)
10قَالَ قَائِلٌ مِّنْهُمْ لَا تَقْتُلُوا يُوسُفَ وَأَلْقُوهُ فِي غَيَابَتِ الْجُبِّ يَلْتَقِطْهُ بَعْضُ السَّيَّارَةِ إِن كُنتُمْ فَاعِلِينَ
Isaan irraa jedhaan tokko ni jedhe: “Yuusufiin hin ajjeesinaatii yoo kan dalagdan taataniif akka gariin daldaltoota karaa dheeraa deemu isa fudhatu hundee boollaa (eela) keessatti isa gataa.”
11قَالُوا يَا أَبَانَا مَا لَكَ لَا تَأْمَنَّا عَلَىٰ يُوسُفَ وَإِنَّا لَهُ لَنَاصِحُونَ
Ni jedhan: “Yaa abbaa keenya! Sila ati maaliif Yuusuf irratti nu hin amanne? Nutis isaaf tola yaadoodha
12أَرْسِلْهُ مَعَنَا غَدًا يَرْتَعْ وَيَلْعَبْ وَإِنَّا لَهُ لَحَافِظُونَ
Haa bashannanuu, haa taphatuu boru nu waliin isa ergi; dhugumatti, nutis isaaf tiksitoota.”
YusufTarreeffama Qur'ana
111Aayah
MeccanRevelation
10Aayah

Hiikkaa — Yusuf 10

Suuratu Yusuf Aayah 10 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan irraa jedhaan tokko ni jedhe: “Yuusufiin hin ajjeesinaatii yoo…

Suuratu Aayah 10/111 — Yusuf يوسف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Yusuf Caqasi, Yusuf Hiikkaa, Yusuf mp3, Yusuf pdf. Aayah 8–12. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers