Yusuf · 32/111
Hiikkaa Sagaleeffama — Yusuf
قَالَتْ فَذَٰلِكُنَّ الَّذِي لُمْتُنَّنِي فِيهِ ۖ وَلَقَدْ رَاوَدتُّهُ عَن نَّفْسِهِ فَاسْتَعْصَمَ ۖ وَلَئِن لَّمْ يَفْعَلْ مَا آمُرُهُ لَيُسْجَنَنَّ وَلَيَكُونًا مِّنَ الصَّاغِرِينَ ٣٢
Transliteration
Qaalat fazaalikunnal lazee lumtunnanee feeh; wa laqad raawattuhoo `an nafsihee fasta`sam; wa la`il lam yaf`al maaa aamuruhoo la yusjananna wa la yakoonam minas saaghireen
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
(Isheenis) ni jette: “kun isa isin isa irratti na komattaniidhaAnumatu (qunnamtii saalaatiif) lubbuu isaa irraa isa feenaan dideYoo inni waan ani isa ajaju dalaguu dide Dhugumatti ni hidhama; Salphattoota irraas ni ta’a” jette
🎧 Caqasi
📜 Aayah 30-34 — Yusuf
30۞ وَقَالَ نِسْوَةٌ فِي الْمَدِينَةِ امْرَأَتُ الْعَزِيزِ تُرَاوِدُ فَتَاهَا عَن نَّفْسِهِ ۖ قَدْ شَغَفَهَا حُبًّا ۖ إِنَّا لَنَرَاهَا فِي ضَلَالٍ مُّبِينٍ
Dubartoonni magaalattii keessa jiranis ni jedhan: “Niitiin mootichaa gabra ishee (qunnamtii saalaatiif) lubbuu isaa irraa isa feeteJaalalli isaas onnee ishee gubee jiraDhugumatti, nuti jallina ifa ta’e keessatti ishee agarra.”
31فَلَمَّا سَمِعَتْ بِمَكْرِهِنَّ أَرْسَلَتْ إِلَيْهِنَّ وَأَعْتَدَتْ لَهُنَّ مُتَّكَأً وَآتَتْ كُلَّ وَاحِدَةٍ مِّنْهُنَّ سِكِّينًا وَقَالَتِ اخْرُجْ عَلَيْهِنَّ ۖ فَلَمَّا رَأَيْنَهُ أَكْبَرْنَهُ وَقَطَّعْنَ أَيْدِيَهُنَّ وَقُلْنَ حَاشَ لِلَّهِ مَا هَٰذَا بَشَرًا إِنْ هَٰذَا إِلَّا مَلَكٌ كَرِيمٌ
Yeroma hamii isaanii dhageessu, gara isaaniitti ergiteNyaatas isaaniif qopheessiteTokko tokkoon isaaniitiifis hablee (billaa) ni kenitte“Isaan irratti gadi bahi” jetteYeroma isa argan isa dinqisiifatanHarka isaaniis kukkutan“Rabbiin qulqulaa’ee inni kun namaa mitiInni kun maleykaa gaariidha malee waan biraatii miti” jedhan
32قَالَتْ فَذَٰلِكُنَّ الَّذِي لُمْتُنَّنِي فِيهِ ۖ وَلَقَدْ رَاوَدتُّهُ عَن نَّفْسِهِ فَاسْتَعْصَمَ ۖ وَلَئِن لَّمْ يَفْعَلْ مَا آمُرُهُ لَيُسْجَنَنَّ وَلَيَكُونًا مِّنَ الصَّاغِرِينَ
(Isheenis) ni jette: “kun isa isin isa irratti na komattaniidhaAnumatu (qunnamtii saalaatiif) lubbuu isaa irraa isa feenaan dideYoo inni waan ani isa ajaju dalaguu dide Dhugumatti ni hidhama; Salphattoota irraas ni ta’a” jette
33قَالَ رَبِّ السِّجْنُ أَحَبُّ إِلَيَّ مِمَّا يَدْعُونَنِي إِلَيْهِ ۖ وَإِلَّا تَصْرِفْ عَنِّي كَيْدَهُنَّ أَصْبُ إِلَيْهِنَّ وَأَكُن مِّنَ الْجَاهِلِينَ
[Inni] “Gooftaa kiyya! Hidhaatu waan isaan itti na waaman irra ana biratti jaalatamaadhaYoo Ati tooftaa isaanii narraa deebifte malee, ani gara isaaniin daba; wallaaltota irraas nan ta’a” jedhe
34فَاسْتَجَابَ لَهُ رَبُّهُ فَصَرَفَ عَنْهُ كَيْدَهُنَّ ۚ إِنَّهُ هُوَ السَّمِيعُ الْعَلِيمُ
Kanaaf Gooftaan isaa isaaf awwaatee tooftaa isaaniis isarraa deebiseDhugumatti, Inni (Rabbiin) Isatu dhaga’aa, beekaadha
YusufTarreeffama Qur'ana
111Aayah
MeccanRevelation
32Aayah
Hiikkaa — Yusuf 32
Suuratu Yusuf Aayah 32 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Isheenis) ni jette: “kun isa isin isa irratti na komattaniidhaAnumatu…Suuratu Aayah 32/111 — Yusuf يوسف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Yusuf Caqasi, Yusuf Hiikkaa, Yusuf mp3, Yusuf pdf. Aayah 30–34. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers








