An-Nahl · 100/128
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Nahl
إِنَّمَا سُلْطَانُهُ عَلَى الَّذِينَ يَتَوَلَّوْنَهُ وَالَّذِينَ هُم بِهِ مُشْرِكُونَ ۝١٠٠
Innnamaa sultaanuhoo `alal lazeena yatawallawnahoo wallazeena hum bihee mushrikoon
📖 Afaan Oromoon
Aangoon isaa warruma jaalalloo isa godhataniifi warra Isatti qindeessoo ta’an (qofa) irratti

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 98-102 — Suuratu An-Nahl

98فَإِذَا قَرَأْتَ الْقُرْآنَ فَاسْتَعِذْ بِاللَّهِ مِنَ الشَّيْطَانِ الرَّجِيمِ
Yeroo Qur’aana qaraatu sheyxaana darbatamaa irraa Rabbitti maganfadhu
99إِنَّهُ لَيْسَ لَهُ سُلْطَانٌ عَلَى الَّذِينَ آمَنُوا وَعَلَىٰ رَبِّهِمْ يَتَوَكَّلُونَ
Dhugumatti, inni warra amananii Gooftaa isaanii irratti hirkatan irratti aangoon isaaf hin jiru
100إِنَّمَا سُلْطَانُهُ عَلَى الَّذِينَ يَتَوَلَّوْنَهُ وَالَّذِينَ هُم بِهِ مُشْرِكُونَ
Aangoon isaa warruma jaalalloo isa godhataniifi warra Isatti qindeessoo ta’an (qofa) irratti
101وَإِذَا بَدَّلْنَا آيَةً مَّكَانَ آيَةٍ ۙ وَاللَّهُ أَعْلَمُ بِمَا يُنَزِّلُ قَالُوا إِنَّمَا أَنتَ مُفْتَرٍ ۚ بَلْ أَكْثَرُهُمْ لَا يَعْلَمُونَ
Yeroo keeyyata tokko bakka keeyyata biraa jijjiirre, Rabbiin waan buusu akkan beekaadha; “Ati (yaa Muhammad!) soba of biraa uumaa malee kan biraa miti” jedhuDhugumatti irra baay’een isaanii hin beekanu
102قُلْ نَزَّلَهُ رُوحُ الْقُدُسِ مِن رَّبِّكَ بِالْحَقِّ لِيُثَبِّتَ الَّذِينَ آمَنُوا وَهُدًى وَبُشْرَىٰ لِلْمُسْلِمِينَ
“Akka warra amanan (haqa irra) gadi dhaabuuf, Muslimootaaf qajeelumaafi gammachuu ta’ee, ruuhiin qulqulluun (Jibriil) Gooftaa kee irraa isa buuse” jedhi
An-NahlTarreeffama Qur'ana
128Aayah
MeccanRevelation
100Aayah

Hiikkaa — An-Nahl 100

Suuratu An-Nahl Aayah 100 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Aangoon isaa warruma jaalalloo isa godhataniifi warra Isatti qindeessoo ta’an…

Suuratu Aayah 100/128 — Suuratu An-Nahl النحل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Nahl Caqasi, Suuratu An-Nahl Hiikkaa, Suuratu An-Nahl mp3, Suuratu An-Nahl pdf. Aayah 98–102. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers