An-Nahl · 114/128
Hiikkaa Sagaleeffama — An-Nahl
فَكُلُوا مِمَّا رَزَقَكُمُ اللَّهُ حَلَالًا طَيِّبًا وَاشْكُرُوا نِعْمَتَ اللَّهِ إِن كُنتُمْ إِيَّاهُ تَعْبُدُونَ ۝١١٤
Fakuloo mimmaa razaqa kumul laahu halaalan taiyibanw washkuroo ni`matal laahi in kuntum iyyaahu ta`budoon
📖 Afaan Oromoon
Hayyamamaa, gaarii haala ta’een waan Rabbiin isiniif kenne irraa nyaadhaaYoo kan Isa (qofa) gabbartan taataniif tola Rabbii galateeffadhaa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 112-116 — An-Nahl

112وَضَرَبَ اللَّهُ مَثَلًا قَرْيَةً كَانَتْ آمِنَةً مُّطْمَئِنَّةً يَأْتِيهَا رِزْقُهَا رَغَدًا مِّن كُلِّ مَكَانٍ فَكَفَرَتْ بِأَنْعُمِ اللَّهِ فَأَذَاقَهَا اللَّهُ لِبَاسَ الْجُوعِ وَالْخَوْفِ بِمَا كَانُوا يَصْنَعُونَ
Rabbiin magaalattii nagaa tasgabbooftuu turte, kan sooranni ishee iddoo hunda irraa baay’inaan isheetti dhufu, kan tola Rabbiitti kafartee Rabbiin waan isaan hojjachaa turaniin uffata beelaafi sodaa ishee dhandhamsiise (nama tola isaatti kafareef) fakkeenya taasise
113وَلَقَدْ جَاءَهُمْ رَسُولٌ مِّنْهُمْ فَكَذَّبُوهُ فَأَخَذَهُمُ الْعَذَابُ وَهُمْ ظَالِمُونَ
Dhugumatti ergamaan isaan irraa ta’e isaanitti dhufee, isas sobsiisani; odoo isaan miidhaa hojjatoota ta’anii jiranuu adabbiin isaan qabate
114فَكُلُوا مِمَّا رَزَقَكُمُ اللَّهُ حَلَالًا طَيِّبًا وَاشْكُرُوا نِعْمَتَ اللَّهِ إِن كُنتُمْ إِيَّاهُ تَعْبُدُونَ
Hayyamamaa, gaarii haala ta’een waan Rabbiin isiniif kenne irraa nyaadhaaYoo kan Isa (qofa) gabbartan taataniif tola Rabbii galateeffadhaa
115إِنَّمَا حَرَّمَ عَلَيْكُمُ الْمَيْتَةَ وَالدَّمَ وَلَحْمَ الْخِنزِيرِ وَمَا أُهِلَّ لِغَيْرِ اللَّهِ بِهِ ۖ فَمَنِ اضْطُرَّ غَيْرَ بَاغٍ وَلَا عَادٍ فَإِنَّ اللَّهَ غَفُورٌ رَّحِيمٌ
Wanti (Rabbiin) isin irratti haraama (dhorgamaa) godhe baktii, dhiiga, foon booyyeetiifi waan wantoota (gabbaramtoota) Rabbiin alaatiif sagaleen irratti olfuudhameedhaNamni odoo halaalli mijaa’uu haraamatti darbuufi nyaata isaa keessatti daangaa darbuun maleetti rakkifame (badiin isarra hin jiru)Dhugumatti Rabbiin araaramaa, rahmata godhaadha
116وَلَا تَقُولُوا لِمَا تَصِفُ أَلْسِنَتُكُمُ الْكَذِبَ هَٰذَا حَلَالٌ وَهَٰذَا حَرَامٌ لِّتَفْتَرُوا عَلَى اللَّهِ الْكَذِبَ ۚ إِنَّ الَّذِينَ يَفْتَرُونَ عَلَى اللَّهِ الْكَذِبَ لَا يُفْلِحُونَ
Rabbirratti kijiba uumuuf jettanii waan arrabni keessan kijiba dubbatuun “kun hayyamamaadha; kun immoo dhorgamaadha” hin jedhinaaDhugumatti isaan Rabbirratti soba odeessan hin milkaa’anu
An-NahlTarreeffama Qur'ana
128Aayah
MeccanRevelation
114Aayah

Hiikkaa — An-Nahl 114

Suuratu An-Nahl Aayah 114 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Hayyamamaa, gaarii haala ta’een waan Rabbiin isiniif kenne irraa nyaadhaaYoo…

Suuratu Aayah 114/128 — An-Nahl النحل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: An-Nahl Caqasi, An-Nahl Hiikkaa, An-Nahl mp3, An-Nahl pdf. Aayah 112–116. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers