An-Nahl · 53/128
Hiikkaa Sagaleeffama — An-Nahl
وَمَا بِكُم مِّن نِّعْمَةٍ فَمِنَ اللَّهِ ۖ ثُمَّ إِذَا مَسَّكُمُ الضُّرُّ فَإِلَيْهِ تَجْأَرُونَ ۝٥٣
Wa maa bikum minni`matin faminal laahi summa izaa massakumud durru fa ilaihi taj`aroon
📖 Afaan Oromoon
Ni’imaa irraa wanti isin bira jirus Rabbuma irraayyiErgasii yeroo miidhaan isin tuqe, garuma Isaatti waywaattu
🎧 Caqasi

📜 Aayah 51-55 — An-Nahl

51۞ وَقَالَ اللَّهُ لَا تَتَّخِذُوا إِلَٰهَيْنِ اثْنَيْنِ ۖ إِنَّمَا هُوَ إِلَٰهٌ وَاحِدٌ ۖ فَإِيَّايَ فَارْهَبُونِ
Rabbiinis “gabbaramoota lama hin godhatinaaDhugumatti, Inni Gooftaa tokko qofaAnuma qofa sodaadhaa” jedhe
52وَلَهُ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ وَلَهُ الدِّينُ وَاصِبًا ۚ أَفَغَيْرَ اللَّهِ تَتَّقُونَ
Wantoonni samiifi dachii keessa jiran hundi kan IsaatiAmantiinis walitti fufaa ta’ee kan IsaatiSila waan Rabbiin ala jiru sodaattuu
53وَمَا بِكُم مِّن نِّعْمَةٍ فَمِنَ اللَّهِ ۖ ثُمَّ إِذَا مَسَّكُمُ الضُّرُّ فَإِلَيْهِ تَجْأَرُونَ
Ni’imaa irraa wanti isin bira jirus Rabbuma irraayyiErgasii yeroo miidhaan isin tuqe, garuma Isaatti waywaattu
54ثُمَّ إِذَا كَشَفَ الضُّرَّ عَنكُمْ إِذَا فَرِيقٌ مِّنكُم بِرَبِّهِمْ يُشْرِكُونَ
Ergasii yeroo Inni miidhaa san isin irraa kaasu, yeroma san gareen isin irraa ta’e Gooftaa isaaniitti (wanta biraa) qindeessu
55لِيَكْفُرُوا بِمَا آتَيْنَاهُمْ ۚ فَتَمَتَّعُوا ۖ فَسَوْفَ تَعْلَمُونَ
Waan Nuti isaaniif kenninetti kafaruuf (Isatti qindeessu)Qanani’aa; fuula dura (waan isin mudatu ) ni beektuu
An-NahlTarreeffama Qur'ana
128Aayah
MeccanRevelation
53Aayah

Hiikkaa — An-Nahl 53

Suuratu An-Nahl Aayah 53 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ni’imaa irraa wanti isin bira jirus Rabbuma irraayyiErgasii yeroo miidhaan…

Suuratu Aayah 53/128 — An-Nahl النحل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: An-Nahl Caqasi, An-Nahl Hiikkaa, An-Nahl mp3, An-Nahl pdf. Aayah 51–55. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers