An-Nahl · 68/128
Hiikkaa Sagaleeffama — An-Nahl
وَأَوْحَىٰ رَبُّكَ إِلَى النَّحْلِ أَنِ اتَّخِذِي مِنَ الْجِبَالِ بُيُوتًا وَمِنَ الشَّجَرِ وَمِمَّا يَعْرِشُونَ ۝٦٨
Wa awhaa Rabbuka ilannnabli anit takhizee minal jabaali buyootanw wa minash shajari wa mimmaa ya`rishoon
📖 Afaan Oromoon
Gooftaan keetis “gaarreen, mukaafi waan isaan ijaaran irraas mana godha dhu” (jechuun) gara kanniisaatti beeksisa godhe

🎧 Caqasi


📜 Aayah 66-70 — An-Nahl

66وَإِنَّ لَكُمْ فِي الْأَنْعَامِ لَعِبْرَةً ۖ نُّسْقِيكُم مِّمَّا فِي بُطُونِهِ مِن بَيْنِ فَرْثٍ وَدَمٍ لَّبَنًا خَالِصًا سَائِغًا لِّلشَّارِبِينَ
Dhugumatti beellada keessas xiinxalatu isiniif jiraWaan garaa isaanii keessa jiru irraa cumaafi dhiiga gidduu aannan qulqulluu dhugdootaaf gadi liqimfamaa ta’e isin obaafna
67وَمِن ثَمَرَاتِ النَّخِيلِ وَالْأَعْنَابِ تَتَّخِذُونَ مِنْهُ سَكَرًا وَرِزْقًا حَسَنًا ۗ إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً لِّقَوْمٍ يَعْقِلُونَ
Fuduraalee mukkeen Tamiriitiifi Inabaa irraas dhugaatii macheessuufi soorata gaggaarii godhattuDhugumatti kana keessa namoota hubannoo qabaniif mallattootu jira
68وَأَوْحَىٰ رَبُّكَ إِلَى النَّحْلِ أَنِ اتَّخِذِي مِنَ الْجِبَالِ بُيُوتًا وَمِنَ الشَّجَرِ وَمِمَّا يَعْرِشُونَ
Gooftaan keetis “gaarreen, mukaafi waan isaan ijaaran irraas mana godha dhu” (jechuun) gara kanniisaatti beeksisa godhe
69ثُمَّ كُلِي مِن كُلِّ الثَّمَرَاتِ فَاسْلُكِي سُبُلَ رَبِّكِ ذُلُلًا ۚ يَخْرُجُ مِن بُطُونِهَا شَرَابٌ مُّخْتَلِفٌ أَلْوَانُهُ فِيهِ شِفَاءٌ لِّلنَّاسِ ۗ إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً لِّقَوْمٍ يَتَفَكَّرُونَ
“Ergasii fuduraa hunda irraa nyaadhuu laafaa haala ta’een karaalee Gooftaa keetii seeni.” Garaa ishee irraa dhugaatii bifti isaa gara gara ta’e, kan isa keessa namaaf dawaan jirutu bahaDhugumatti kana keessa namoota xiinxalaniif mallatootu jira
70وَاللَّهُ خَلَقَكُمْ ثُمَّ يَتَوَفَّاكُمْ ۚ وَمِنكُم مَّن يُرَدُّ إِلَىٰ أَرْذَلِ الْعُمُرِ لِكَيْ لَا يَعْلَمَ بَعْدَ عِلْمٍ شَيْئًا ۚ إِنَّ اللَّهَ عَلِيمٌ قَدِيرٌ
Rabbiin isin uumeErgasii isin ajjeesaBeekumsa booda akka homaa hin beekneef, Isin irraas nama gara umrii gadi aanaa (dullumaa) deebifamutu jiraDhugumatti, Rabbiin beekaa, danda’aadha
An-NahlTarreeffama Qur'ana
128Aayah
MeccanRevelation
68Aayah

Hiikkaa — An-Nahl 68

Suuratu An-Nahl Aayah 68 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Gooftaan keetis “gaarreen, mukaafi waan isaan ijaaran irraas mana godha…

Suuratu Aayah 68/128 — An-Nahl النحل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: An-Nahl Caqasi, An-Nahl Hiikkaa, An-Nahl mp3, An-Nahl pdf. Aayah 66–70. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers