An-Nahl · 67/128
Hiikkaa Sagaleeffama — An-Nahl
وَمِن ثَمَرَاتِ النَّخِيلِ وَالْأَعْنَابِ تَتَّخِذُونَ مِنْهُ سَكَرًا وَرِزْقًا حَسَنًا ۗ إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً لِّقَوْمٍ يَعْقِلُونَ ۝٦٧
Wa min samaraatin nakheeli wal a`nnaabi tattakhizoona minhu sakaranw wa rizqann hasanaa; inna fee zaalika la Aayatal liqawminy ya`qiloon
📖 Afaan Oromoon
Fuduraalee mukkeen Tamiriitiifi Inabaa irraas dhugaatii macheessuufi soorata gaggaarii godhattuDhugumatti kana keessa namoota hubannoo qabaniif mallattootu jira
🎧 Caqasi

📜 Aayah 65-69 — An-Nahl

65وَاللَّهُ أَنزَلَ مِنَ السَّمَاءِ مَاءً فَأَحْيَا بِهِ الْأَرْضَ بَعْدَ مَوْتِهَا ۚ إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً لِّقَوْمٍ يَسْمَعُونَ
Rabbiin samii irraa bishaan buusee dachiis erga isheen duute booda ittiin jiraachiseDhugumatti kana keessa ummata dhaga’aniif mallattootu jira
66وَإِنَّ لَكُمْ فِي الْأَنْعَامِ لَعِبْرَةً ۖ نُّسْقِيكُم مِّمَّا فِي بُطُونِهِ مِن بَيْنِ فَرْثٍ وَدَمٍ لَّبَنًا خَالِصًا سَائِغًا لِّلشَّارِبِينَ
Dhugumatti beellada keessas xiinxalatu isiniif jiraWaan garaa isaanii keessa jiru irraa cumaafi dhiiga gidduu aannan qulqulluu dhugdootaaf gadi liqimfamaa ta’e isin obaafna
67وَمِن ثَمَرَاتِ النَّخِيلِ وَالْأَعْنَابِ تَتَّخِذُونَ مِنْهُ سَكَرًا وَرِزْقًا حَسَنًا ۗ إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً لِّقَوْمٍ يَعْقِلُونَ
Fuduraalee mukkeen Tamiriitiifi Inabaa irraas dhugaatii macheessuufi soorata gaggaarii godhattuDhugumatti kana keessa namoota hubannoo qabaniif mallattootu jira
68وَأَوْحَىٰ رَبُّكَ إِلَى النَّحْلِ أَنِ اتَّخِذِي مِنَ الْجِبَالِ بُيُوتًا وَمِنَ الشَّجَرِ وَمِمَّا يَعْرِشُونَ
Gooftaan keetis “gaarreen, mukaafi waan isaan ijaaran irraas mana godha dhu” (jechuun) gara kanniisaatti beeksisa godhe
69ثُمَّ كُلِي مِن كُلِّ الثَّمَرَاتِ فَاسْلُكِي سُبُلَ رَبِّكِ ذُلُلًا ۚ يَخْرُجُ مِن بُطُونِهَا شَرَابٌ مُّخْتَلِفٌ أَلْوَانُهُ فِيهِ شِفَاءٌ لِّلنَّاسِ ۗ إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً لِّقَوْمٍ يَتَفَكَّرُونَ
“Ergasii fuduraa hunda irraa nyaadhuu laafaa haala ta’een karaalee Gooftaa keetii seeni.” Garaa ishee irraa dhugaatii bifti isaa gara gara ta’e, kan isa keessa namaaf dawaan jirutu bahaDhugumatti kana keessa namoota xiinxalaniif mallatootu jira
An-NahlTarreeffama Qur'ana
128Aayah
MeccanRevelation
67Aayah

Hiikkaa — An-Nahl 67

Suuratu An-Nahl Aayah 67 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Fuduraalee mukkeen Tamiriitiifi Inabaa irraas dhugaatii macheessuufi soorata gaggaarii godhattuDhugumatti…

Suuratu Aayah 67/128 — An-Nahl النحل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: An-Nahl Caqasi, An-Nahl Hiikkaa, An-Nahl mp3, An-Nahl pdf. Aayah 65–69. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers