Taha · 36/135
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Taha
قَالَ قَدْ أُوتِيتَ سُؤْلَكَ يَا مُوسَىٰ ۝٣٦
Qaala qad ooteeta su`laka yaa Moosaa
📖 Afaan Oromoon
(Rabbiinis) ni jedhe: “Yaa Muusaa! Dhugumatti, kadhaa kee kennamtee jirta

🎧 Caqasi


📜 Aayah 34-38 — Suuratu Taha

34وَنَذْكُرَكَ كَثِيرًا
Akka baay’inaanis si yaadannuuf
35إِنَّكَ كُنتَ بِنَا بَصِيرًا
Dhugumatti, Ati nu argaa taateetta.”
36قَالَ قَدْ أُوتِيتَ سُؤْلَكَ يَا مُوسَىٰ
(Rabbiinis) ni jedhe: “Yaa Muusaa! Dhugumatti, kadhaa kee kennamtee jirta
37وَلَقَدْ مَنَنَّا عَلَيْكَ مَرَّةً أُخْرَىٰ
Dhugumatti, yeroo biraas si qanansiifnee turre
38إِذْ أَوْحَيْنَا إِلَىٰ أُمِّكَ مَا يُوحَىٰ
Yeroo waan beeksifamu gara harmee keetii (wahyii) buufne
TahaTarreeffama Qur'ana
135Aayah
MeccanRevelation
36Aayah

Hiikkaa — Taha 36

Suuratu Taha Aayah 36 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Rabbiinis) ni jedhe: “Yaa Muusaa! Dhugumatti, kadhaa kee kennamtee jirta

Suuratu Aayah 36/135 — Suuratu Taha طه (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Taha Caqasi, Suuratu Taha Hiikkaa, Suuratu Taha mp3, Suuratu Taha pdf. Aayah 34–38. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers