Taha · 37/135
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Taha
وَلَقَدْ مَنَنَّا عَلَيْكَ مَرَّةً أُخْرَىٰ ۝٣٧
Wa laqad manannaa `alaika marratan ukhraaa
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, yeroo biraas si qanansiifnee turre

🎧 Caqasi


📜 Aayah 35-39 — Suuratu Taha

35إِنَّكَ كُنتَ بِنَا بَصِيرًا
Dhugumatti, Ati nu argaa taateetta.”
36قَالَ قَدْ أُوتِيتَ سُؤْلَكَ يَا مُوسَىٰ
(Rabbiinis) ni jedhe: “Yaa Muusaa! Dhugumatti, kadhaa kee kennamtee jirta
37وَلَقَدْ مَنَنَّا عَلَيْكَ مَرَّةً أُخْرَىٰ
Dhugumatti, yeroo biraas si qanansiifnee turre
38إِذْ أَوْحَيْنَا إِلَىٰ أُمِّكَ مَا يُوحَىٰ
Yeroo waan beeksifamu gara harmee keetii (wahyii) buufne
39أَنِ اقْذِفِيهِ فِي التَّابُوتِ فَاقْذِفِيهِ فِي الْيَمِّ فَلْيُلْقِهِ الْيَمُّ بِالسَّاحِلِ يَأْخُذْهُ عَدُوٌّ لِّي وَعَدُوٌّ لَّهُ ۚ وَأَلْقَيْتُ عَلَيْكَ مَحَبَّةً مِّنِّي وَلِتُصْنَعَ عَلَىٰ عَيْنِي
Sanduuqa keessa isa (daa’ima) kaayi; laga keessatti isa darbi; Lagichi moggaatti isa darbeeti diinni kiyyaafi diinni isaas isa fudhataJaalala Ana biraa ta’es si irratti darbeera; tika kiyya irratti akka guddattuuf
TahaTarreeffama Qur'ana
135Aayah
MeccanRevelation
37Aayah

Hiikkaa — Taha 37

Suuratu Taha Aayah 37 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, yeroo biraas si qanansiifnee turre

Suuratu Aayah 37/135 — Suuratu Taha طه (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Taha Caqasi, Suuratu Taha Hiikkaa, Suuratu Taha mp3, Suuratu Taha pdf. Aayah 35–39. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers