Taha · 35/135
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Taha
إِنَّكَ كُنتَ بِنَا بَصِيرًا ۝٣٥
Innaka kunta binaa baseeraa
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, Ati nu argaa taateetta.”

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 33-37 — Suuratu Taha

33كَيْ نُسَبِّحَكَ كَثِيرًا
Akka baay’ee si faarsinuuf
34وَنَذْكُرَكَ كَثِيرًا
Akka baay’inaanis si yaadannuuf
35إِنَّكَ كُنتَ بِنَا بَصِيرًا
Dhugumatti, Ati nu argaa taateetta.”
36قَالَ قَدْ أُوتِيتَ سُؤْلَكَ يَا مُوسَىٰ
(Rabbiinis) ni jedhe: “Yaa Muusaa! Dhugumatti, kadhaa kee kennamtee jirta
37وَلَقَدْ مَنَنَّا عَلَيْكَ مَرَّةً أُخْرَىٰ
Dhugumatti, yeroo biraas si qanansiifnee turre
TahaTarreeffama Qur'ana
135Aayah
MeccanRevelation
35Aayah

Hiikkaa — Taha 35

Suuratu Taha Aayah 35 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, Ati nu argaa taateetta.”

Suuratu Aayah 35/135 — Suuratu Taha طه (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Taha Caqasi, Suuratu Taha Hiikkaa, Suuratu Taha mp3, Suuratu Taha pdf. Aayah 33–37. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers