Al-Hajj · 16/78
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Hajj
وَكَذَٰلِكَ أَنزَلْنَاهُ آيَاتٍ بَيِّنَاتٍ وَأَنَّ اللَّهَ يَهْدِي مَن يُرِيدُ ۝١٦
Wa kazaalika anzalnaahu aayaatim baiyinaatinw wa annal laaha yahdee mai yureed
📖 Afaan Oromoon
Akka kanatti keeyyattoota ifa bahaa goonee isa buufneDhugumatti, Rabbiin nama fedhe ni qajeelcha
🎧 Caqasi

📜 Aayah 14-18 — Al-Hajj

14إِنَّ اللَّهَ يُدْخِلُ الَّذِينَ آمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ جَنَّاتٍ تَجْرِي مِن تَحْتِهَا الْأَنْهَارُ ۚ إِنَّ اللَّهَ يَفْعَلُ مَا يُرِيدُ
Dhugumatti, Rabbiin isaan amananii, gaggaarii dalagan Jannata laggeen ishee jala yaatu isaan seensisaDhugumatti, Rabbiin waan fedhu hojjata
15مَن كَانَ يَظُنُّ أَن لَّن يَنصُرَهُ اللَّهُ فِي الدُّنْيَا وَالْآخِرَةِ فَلْيَمْدُدْ بِسَبَبٍ إِلَى السَّمَاءِ ثُمَّ لْيَقْطَعْ فَلْيَنظُرْ هَلْ يُذْهِبَنَّ كَيْدُهُ مَا يَغِيظُ
Namni duuniyaafi Aakhiraa keessatti Rabbiin isa (Muhammadiin-SAW) hin tumsu jechuu yaade, gara samii haada hidhatee of haa fannisuErgasii tooftaan isaa waan inni jibbu dhabamsiisuu haa ilaalu
16وَكَذَٰلِكَ أَنزَلْنَاهُ آيَاتٍ بَيِّنَاتٍ وَأَنَّ اللَّهَ يَهْدِي مَن يُرِيدُ
Akka kanatti keeyyattoota ifa bahaa goonee isa buufneDhugumatti, Rabbiin nama fedhe ni qajeelcha
17إِنَّ الَّذِينَ آمَنُوا وَالَّذِينَ هَادُوا وَالصَّابِئِينَ وَالنَّصَارَىٰ وَالْمَجُوسَ وَالَّذِينَ أَشْرَكُوا إِنَّ اللَّهَ يَفْصِلُ بَيْنَهُمْ يَوْمَ الْقِيَامَةِ ۚ إِنَّ اللَّهَ عَلَىٰ كُلِّ شَيْءٍ شَهِيدٌ
Dhugumatti, isaan amanan, isaan yahuudoman, saabi’oonni, kiristaanonni, majuusonniifi isaan mushrikoota ta’anis; Rabbiin dhugumatti, Guyyaa Qiyaamaa gidduu isaaniitti murteessaDhugumatti, Allaah’n waan hunda irratti ragaadha
18أَلَمْ تَرَ أَنَّ اللَّهَ يَسْجُدُ لَهُ مَن فِي السَّمَاوَاتِ وَمَن فِي الْأَرْضِ وَالشَّمْسُ وَالْقَمَرُ وَالنُّجُومُ وَالْجِبَالُ وَالشَّجَرُ وَالدَّوَابُّ وَكَثِيرٌ مِّنَ النَّاسِ ۖ وَكَثِيرٌ حَقَّ عَلَيْهِ الْعَذَابُ ۗ وَمَن يُهِنِ اللَّهُ فَمَا لَهُ مِن مُّكْرِمٍ ۚ إِنَّ اللَّهَ يَفْعَلُ مَا يَشَاءُ ۩
Sila akka Rabbiin wanti samii keessa jiruufi wanti dachii keessa jiruus, aduun, jiini, urjiiwwan, gaarreen, mukkeen, lubbu qabeeyyiifi namoonni baay’enis sujuuda Isaaf godhan hin arginee? (Namoota) baay’ee adabbiin isa irratti mirkanaa’ee jiraNama Rabbiin isa salphise immoo namni isa kabaju hin jiruDhugumatti, Rabbiin waan fedhe hojjata
Al-HajjTarreeffama Qur'ana
78Aayah
MedinanRevelation
16Aayah

Hiikkaa — Al-Hajj 16

Suuratu Al-Hajj Aayah 16 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Akka kanatti keeyyattoota ifa bahaa goonee isa buufneDhugumatti, Rabbiin nama…

Suuratu Aayah 16/78 — Al-Hajj الحج (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Hajj Caqasi, Al-Hajj Hiikkaa, Al-Hajj mp3, Al-Hajj pdf. Aayah 14–18. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers