Al-Hajj · 38/78
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Hajj
۞ إِنَّ اللَّهَ يُدَافِعُ عَنِ الَّذِينَ آمَنُوا ۗ إِنَّ اللَّهَ لَا يُحِبُّ كُلَّ خَوَّانٍ كَفُورٍ ۝٣٨
Innal laaha yudaafi` `anil lazeena aamanoo; innal laaha laa yuhibbu kulla khawwaanin kafoor
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, Rabbiin isaan amanan irraa ni ittisaDhugumatti nama akkaan gantuu, kafaraa tae Rabbiin hin jaallatu
🎧 Caqasi

📜 Aayah 36-40 — Al-Hajj

36وَالْبُدْنَ جَعَلْنَاهَا لَكُم مِّن شَعَائِرِ اللَّهِ لَكُمْ فِيهَا خَيْرٌ ۖ فَاذْكُرُوا اسْمَ اللَّهِ عَلَيْهَا صَوَافَّ ۖ فَإِذَا وَجَبَتْ جُنُوبُهَا فَكُلُوا مِنْهَا وَأَطْعِمُوا الْقَانِعَ وَالْمُعْتَرَّ ۚ كَذَٰلِكَ سَخَّرْنَاهَا لَكُمْ لَعَلَّكُمْ تَشْكُرُونَ
Beeyladoota wareega Ka’abaa mallattoolee Rabbii irraa isiniif gooneIsaan keessa gaggaariitu isiniif jiraOdoo sakaalamanii jiranuu maqaa Rabbii isaan irratti faarsaaYeroo cinaachi ishee kufte ishee irraa nyaadhaa; hiyyeessa nama hin kadhanneefi isa kadhatu nyaachisaaAkka isin galata galchitaniif Nuti akka kanatti ishee (beeyladoota) isiniif laaffifne
37لَن يَنَالَ اللَّهَ لُحُومُهَا وَلَا دِمَاؤُهَا وَلَٰكِن يَنَالُهُ التَّقْوَىٰ مِنكُمْ ۚ كَذَٰلِكَ سَخَّرَهَا لَكُمْ لِتُكَبِّرُوا اللَّهَ عَلَىٰ مَا هَدَاكُمْ ۗ وَبَشِّرِ الْمُحْسِنِينَ
Foon isaaniitiifi dhiigni isaaniis Rabbiin bira hin ga’uGaruu sodaa Rabbii kan isin biraa ta’etu Isa bira ga’aAkka kanatti waan isin qajeelcheef akka Rabbiin guddiftaniif, isiniif laaffiseGaarii hojjattoota gammachiisi
38۞ إِنَّ اللَّهَ يُدَافِعُ عَنِ الَّذِينَ آمَنُوا ۗ إِنَّ اللَّهَ لَا يُحِبُّ كُلَّ خَوَّانٍ كَفُورٍ
Dhugumatti, Rabbiin isaan amanan irraa ni ittisaDhugumatti nama akkaan gantuu, kafaraa tae Rabbiin hin jaallatu
39أُذِنَ لِلَّذِينَ يُقَاتَلُونَ بِأَنَّهُمْ ظُلِمُوا ۚ وَإِنَّ اللَّهَ عَلَىٰ نَصْرِهِمْ لَقَدِيرٌ
Warra lolaman sababa miidhamuu isaaniitiif hayyamni godhameefRabbiinis isaan tumsuu irratti danda’aadha
40الَّذِينَ أُخْرِجُوا مِن دِيَارِهِم بِغَيْرِ حَقٍّ إِلَّا أَن يَقُولُوا رَبُّنَا اللَّهُ ۗ وَلَوْلَا دَفْعُ اللَّهِ النَّاسَ بَعْضَهُم بِبَعْضٍ لَّهُدِّمَتْ صَوَامِعُ وَبِيَعٌ وَصَلَوَاتٌ وَمَسَاجِدُ يُذْكَرُ فِيهَا اسْمُ اللَّهِ كَثِيرًا ۗ وَلَيَنصُرَنَّ اللَّهُ مَن يَنصُرُهُ ۗ إِنَّ اللَّهَ لَقَوِيٌّ عَزِيزٌ
Isaan warra manneen isaanii irraa haqaan ala waan “Rabbiin keenya Allaahdha” jedhaniif qofa baafamaniidhaOdoo Rabbiin namoota garii isaanii gariin deebisuun jiraachuu baatee, silaa iddoon moloksee, bataskaanoleen kiristaanootaa, iddoon ibaadaa Yahuudotaafi masjiidonni maqaan Rabbii hedduu keessatti faarfamu ni diigamu turanDhugumatti, Rabbiin nama (amantii) Isaa tumsu, tumsuuf jiraDhugumatti, Rabbiin irra jabaa, injifataadha
Al-HajjTarreeffama Qur'ana
78Aayah
MedinanRevelation
38Aayah

Hiikkaa — Al-Hajj 38

Suuratu Al-Hajj Aayah 38 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, Rabbiin isaan amanan irraa ni ittisaDhugumatti nama akkaan gantuu,…

Suuratu Aayah 38/78 — Al-Hajj الحج (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Hajj Caqasi, Al-Hajj Hiikkaa, Al-Hajj mp3, Al-Hajj pdf. Aayah 36–40. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers