Ash-Shu'ara · 192/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
وَإِنَّهُ لَتَنزِيلُ رَبِّ الْعَالَمِينَ ۝١٩٢
Wa innahoo latanzeelu Rabbil `aalameen
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, inni (Qur’aanni) buufamaa Gooftaa aalama hundaati

🎧 Caqasi


📜 Aayah 190-194 — Suuratu Ash-Shu'ara

190إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً ۖ وَمَا كَانَ أَكْثَرُهُم مُّؤْمِنِينَ
Dhugumatti, kana keessa mallattootu jiraGaruu irra hedduun isaanii mu’uminoota hin taane
191وَإِنَّ رَبَّكَ لَهُوَ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ
Dhugumatti, Gooftaan kee Isatu injifataa, rahmata godhaadha
192وَإِنَّهُ لَتَنزِيلُ رَبِّ الْعَالَمِينَ
Dhugumatti, inni (Qur’aanni) buufamaa Gooftaa aalama hundaati
193نَزَلَ بِهِ الرُّوحُ الْأَمِينُ
Ruuhii amanamaa ta’e (Jibriiltu) isaan bu’e
194عَلَىٰ قَلْبِكَ لِتَكُونَ مِنَ الْمُنذِرِينَ
Akka ati akeekkachiiftota irraa taatuuf jecha onnee kee irratti [buuse]
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
192Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 192

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 192 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, inni (Qur’aanni) buufamaa Gooftaa aalama hundaati

Suuratu Aayah 192/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 190–194. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers