An-Naml · 14/93
Hiikkaa Sagaleeffama — An-Naml
وَجَحَدُوا بِهَا وَاسْتَيْقَنَتْهَا أَنفُسُهُمْ ظُلْمًا وَعُلُوًّا ۚ فَانظُرْ كَيْفَ كَانَ عَاقِبَةُ الْمُفْسِدِينَ ۝١٤
Wa jahadoo bihaa wastaiqanat haaa anfusuhum zulmanw-wa `uluwwaa; fanzur kaifa kaana `aaqibatul mufsideen
📖 Afaan Oromoon
Odoo lubbuun isaanii mirkaneessituu, miidhaafi boonaaf jecha ishee morman; booddeen badii raawwattootaa akkam akka ture ilaali
🎧 Caqasi

📜 Aayah 12-16 — An-Naml

12وَأَدْخِلْ يَدَكَ فِي جَيْبِكَ تَخْرُجْ بَيْضَاءَ مِنْ غَيْرِ سُوءٍ ۖ فِي تِسْعِ آيَاتٍ إِلَىٰ فِرْعَوْنَ وَقَوْمِهِ ۚ إِنَّهُمْ كَانُوا قَوْمًا فَاسِقِينَ
Harka kee bobaa kee keessa seensisi; isheen fokkachuudhaan maleetti adii taatee baatiMallattoowwan saglaniin gara Fir’awniifi ummata isaa (deemi)Dhugumatti isaan ummata finciltoota ta’anii jiru.”
13فَلَمَّا جَاءَتْهُمْ آيَاتُنَا مُبْصِرَةً قَالُوا هَٰذَا سِحْرٌ مُّبِينٌ
Yeroma mallattoowwan keenya ifa taatee isaanitti dhuftu “kun Sihrii (falfala) ifa bahaadha” jedhan
14وَجَحَدُوا بِهَا وَاسْتَيْقَنَتْهَا أَنفُسُهُمْ ظُلْمًا وَعُلُوًّا ۚ فَانظُرْ كَيْفَ كَانَ عَاقِبَةُ الْمُفْسِدِينَ
Odoo lubbuun isaanii mirkaneessituu, miidhaafi boonaaf jecha ishee morman; booddeen badii raawwattootaa akkam akka ture ilaali
15وَلَقَدْ آتَيْنَا دَاوُودَ وَسُلَيْمَانَ عِلْمًا ۖ وَقَالَا الْحَمْدُ لِلَّهِ الَّذِي فَضَّلَنَا عَلَىٰ كَثِيرٍ مِّنْ عِبَادِهِ الْمُؤْمِنِينَ
Dhugumatti, Nuti Daawuudiifi Suleeymaaniif beekumsa kennineerraIsaan lamaanis “faaruun hundi kan Rabbii Isa gabroota Isaa mu’uminootaa baay’ee irra nu caalchiseeti” jedhan
16وَوَرِثَ سُلَيْمَانُ دَاوُودَ ۖ وَقَالَ يَا أَيُّهَا النَّاسُ عُلِّمْنَا مَنطِقَ الطَّيْرِ وَأُوتِينَا مِن كُلِّ شَيْءٍ ۖ إِنَّ هَٰذَا لَهُوَ الْفَضْلُ الْمُبِينُ
Suleeymaan Daawuudiin ni dhaaleNi jedhes: “Yaa namootaa! Qooqa simbiraa barsiifamneerraWanti hundi nuuf kennamee jiraDhugumatti, kun tola ifa bahaadha.”
An-NamlTarreeffama Qur'ana
93Aayah
MeccanRevelation
14Aayah

Hiikkaa — An-Naml 14

Suuratu An-Naml Aayah 14 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Odoo lubbuun isaanii mirkaneessituu, miidhaafi boonaaf jecha ishee morman; booddeen…

Suuratu Aayah 14/93 — An-Naml النمل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: An-Naml Caqasi, An-Naml Hiikkaa, An-Naml mp3, An-Naml pdf. Aayah 12–16. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers