An-Naml · 13/93
Hiikkaa Sagaleeffama — An-Naml
فَلَمَّا جَاءَتْهُمْ آيَاتُنَا مُبْصِرَةً قَالُوا هَٰذَا سِحْرٌ مُّبِينٌ ۝١٣
Falammaa jaaa`at hum Aayaatunaa mubsiratan qaaloo haazaa sihrum mubeen
📖 Afaan Oromoon
Yeroma mallattoowwan keenya ifa taatee isaanitti dhuftu “kun Sihrii (falfala) ifa bahaadha” jedhan
🎧 Caqasi

📜 Aayah 11-15 — An-Naml

11إِلَّا مَن ظَلَمَ ثُمَّ بَدَّلَ حُسْنًا بَعْدَ سُوءٍ فَإِنِّي غَفُورٌ رَّحِيمٌ
Garuu Namni miidhaa dalagee ergasii hamtuu boodaan toltuu bakka buuse dhugumatti Ani [isaaf] araaramaa, rahmata godhaadha
12وَأَدْخِلْ يَدَكَ فِي جَيْبِكَ تَخْرُجْ بَيْضَاءَ مِنْ غَيْرِ سُوءٍ ۖ فِي تِسْعِ آيَاتٍ إِلَىٰ فِرْعَوْنَ وَقَوْمِهِ ۚ إِنَّهُمْ كَانُوا قَوْمًا فَاسِقِينَ
Harka kee bobaa kee keessa seensisi; isheen fokkachuudhaan maleetti adii taatee baatiMallattoowwan saglaniin gara Fir’awniifi ummata isaa (deemi)Dhugumatti isaan ummata finciltoota ta’anii jiru.”
13فَلَمَّا جَاءَتْهُمْ آيَاتُنَا مُبْصِرَةً قَالُوا هَٰذَا سِحْرٌ مُّبِينٌ
Yeroma mallattoowwan keenya ifa taatee isaanitti dhuftu “kun Sihrii (falfala) ifa bahaadha” jedhan
14وَجَحَدُوا بِهَا وَاسْتَيْقَنَتْهَا أَنفُسُهُمْ ظُلْمًا وَعُلُوًّا ۚ فَانظُرْ كَيْفَ كَانَ عَاقِبَةُ الْمُفْسِدِينَ
Odoo lubbuun isaanii mirkaneessituu, miidhaafi boonaaf jecha ishee morman; booddeen badii raawwattootaa akkam akka ture ilaali
15وَلَقَدْ آتَيْنَا دَاوُودَ وَسُلَيْمَانَ عِلْمًا ۖ وَقَالَا الْحَمْدُ لِلَّهِ الَّذِي فَضَّلَنَا عَلَىٰ كَثِيرٍ مِّنْ عِبَادِهِ الْمُؤْمِنِينَ
Dhugumatti, Nuti Daawuudiifi Suleeymaaniif beekumsa kennineerraIsaan lamaanis “faaruun hundi kan Rabbii Isa gabroota Isaa mu’uminootaa baay’ee irra nu caalchiseeti” jedhan
An-NamlTarreeffama Qur'ana
93Aayah
MeccanRevelation
13Aayah

Hiikkaa — An-Naml 13

Suuratu An-Naml Aayah 13 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroma mallattoowwan keenya ifa taatee isaanitti dhuftu “kun Sihrii (falfala)…

Suuratu Aayah 13/93 — An-Naml النمل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: An-Naml Caqasi, An-Naml Hiikkaa, An-Naml mp3, An-Naml pdf. Aayah 11–15. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers