An-Naml · 53/93
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Naml
وَأَنجَيْنَا الَّذِينَ آمَنُوا وَكَانُوا يَتَّقُونَ ۝٥٣
Wa anjainal lazeena aamanoo wa kaanoo yattaqoon
📖 Afaan Oromoon
Isaan amananii Rabbiin sodaataa turan bilisa baafne

🎧 Caqasi


📜 Aayah 51-55 — Suuratu An-Naml

51فَانظُرْ كَيْفَ كَانَ عَاقِبَةُ مَكْرِهِمْ أَنَّا دَمَّرْنَاهُمْ وَقَوْمَهُمْ أَجْمَعِينَ
Booddeen tooftaa isaanii akkam akka ta’e ilaali! Dhugumatti, Nuti isaaniifi ummata isaanii guutumatti balleessine
52فَتِلْكَ بُيُوتُهُمْ خَاوِيَةً بِمَا ظَلَمُوا ۗ إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً لِّقَوْمٍ يَعْلَمُونَ
Kun sababa isaan miidhaa hojjataniin ontuu haala taateen manneen isaaniitiDhugumatti, kana keessa namoota beekaniif mallattootu jira
53وَأَنجَيْنَا الَّذِينَ آمَنُوا وَكَانُوا يَتَّقُونَ
Isaan amananii Rabbiin sodaataa turan bilisa baafne
54وَلُوطًا إِذْ قَالَ لِقَوْمِهِ أَتَأْتُونَ الْفَاحِشَةَ وَأَنتُمْ تُبْصِرُونَ
Luuxiinis yeroo inni ummata isaatiin “sila odoo argitanii gocha fokkataa hojjattuu?” jedhe [yaadadhu]
55أَئِنَّكُمْ لَتَأْتُونَ الرِّجَالَ شَهْوَةً مِّن دُونِ النِّسَاءِ ۚ بَلْ أَنتُمْ قَوْمٌ تَجْهَلُونَ
“Sila isin fedhii qunnamtii saalaatiif dubartii dhiiftanii dhiiratti dhuftuu? Dhugumatti isin ummata wallaaltota.”
An-NamlTarreeffama Qur'ana
93Aayah
MeccanRevelation
53Aayah

Hiikkaa — An-Naml 53

Suuratu An-Naml Aayah 53 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan amananii Rabbiin sodaataa turan bilisa baafne

Suuratu Aayah 53/93 — Suuratu An-Naml النمل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Naml Caqasi, Suuratu An-Naml Hiikkaa, Suuratu An-Naml mp3, Suuratu An-Naml pdf. Aayah 51–55. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers