Al-'Ankabut · 2/69
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-'Ankabut
أَحَسِبَ النَّاسُ أَن يُتْرَكُوا أَن يَقُولُوا آمَنَّا وَهُمْ لَا يُفْتَنُونَ ۝٢
Ahasiban naasu anyu yutrakooo any yaqoolooo aamannaa wa hum la yuftanoon
📖 Afaan Oromoon
Sila namoonni “amanne” jechuudhaan odoo hin mokkoramin dhiifamuu yaaduu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-4 — Suuratu Al-'Ankabut

1الم
Alif Laam Miim
2أَحَسِبَ النَّاسُ أَن يُتْرَكُوا أَن يَقُولُوا آمَنَّا وَهُمْ لَا يُفْتَنُونَ
Sila namoonni “amanne” jechuudhaan odoo hin mokkoramin dhiifamuu yaaduu
3وَلَقَدْ فَتَنَّا الَّذِينَ مِن قَبْلِهِمْ ۖ فَلَيَعْلَمَنَّ اللَّهُ الَّذِينَ صَدَقُوا وَلَيَعْلَمَنَّ الْكَاذِبِينَ
Dhugumatti, Nuti warra isaaniin duraas mokkorree jirraDhugumatti, Rabbiin isaan dhugaan [amanne] jedhan beekuuf jira, sobdootas beekuuf jira
4أَمْ حَسِبَ الَّذِينَ يَعْمَلُونَ السَّيِّئَاتِ أَن يَسْبِقُونَا ۚ سَاءَ مَا يَحْكُمُونَ
Sila isaan hojii gadhee dalagan Nu jalaa bahuu yaaduu? Wanti isaan murteessan waa fokkate
Al-'AnkabutTarreeffama Qur'ana
69Aayah
MeccanRevelation
2Aayah

Hiikkaa — Al-'Ankabut 2

Suuratu Al-'Ankabut Aayah 2 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila namoonni “amanne” jechuudhaan odoo hin mokkoramin dhiifamuu yaaduu

Suuratu Aayah 2/69 — Suuratu Al-'Ankabut العنكبوت (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-'Ankabut Caqasi, Suuratu Al-'Ankabut Hiikkaa, Suuratu Al-'Ankabut mp3, Suuratu Al-'Ankabut pdf. Aayah 1–4. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers