As-Saffat · 41/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
أُولَٰئِكَ لَهُمْ رِزْقٌ مَّعْلُومٌ ۝٤١
Ulaaa`ika lahum rizqum ma`loom
📖 Afaan Oromoon
Warri sun kennaa beekamaa ta’etu isaaniif jira

🎧 Caqasi


📜 Aayah 39-43 — Suuratu As-Saffat

39وَمَا تُجْزَوْنَ إِلَّا مَا كُنتُمْ تَعْمَلُونَ
Waan dalagaa turtan malee hin mindeeffamtan
40إِلَّا عِبَادَ اللَّهِ الْمُخْلَصِينَ
Garuu gabroonni Rabbii qulqulluun
41أُولَٰئِكَ لَهُمْ رِزْقٌ مَّعْلُومٌ
Warri sun kennaa beekamaa ta’etu isaaniif jira
42فَوَاكِهُ ۖ وَهُم مُّكْرَمُونَ
Oduma kabajamoo ta’anuu fuduraaleen isaaniif taatuudha
43فِي جَنَّاتِ النَّعِيمِ
Jannata qananii keessatti (kabajamoodha)
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
41Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 41

Suuratu As-Saffat Aayah 41 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Warri sun kennaa beekamaa ta’etu isaaniif jira

Suuratu Aayah 41/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 39–43. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers