As-Saffat · 45/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
يُطَافُ عَلَيْهِم بِكَأْسٍ مِّن مَّعِينٍ ۝٤٥
Yutaafu `alaihim bikaasim mim ma`een
📖 Afaan Oromoon
Kubbaayyaa farsoo qulqulluu irraa ta’een isaan irra naanna’ama

🎧 Caqasi


📜 Aayah 43-47 — Suuratu As-Saffat

43فِي جَنَّاتِ النَّعِيمِ
Jannata qananii keessatti (kabajamoodha)
44عَلَىٰ سُرُرٍ مُّتَقَابِلِينَ
Haala walitti gara galoo ta’aniin siree irratti ta’u
45يُطَافُ عَلَيْهِم بِكَأْسٍ مِّن مَّعِينٍ
Kubbaayyaa farsoo qulqulluu irraa ta’een isaan irra naanna’ama
46بَيْضَاءَ لَذَّةٍ لِّلشَّارِبِينَ
Adii, warra dhuganiif mi’aayaa kan taate
47لَا فِيهَا غَوْلٌ وَلَا هُمْ عَنْهَا يُنزَفُونَ
Ishee keessa dhukkubni hin jiru; isaan ishee irraa hin machaa’anis
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
45Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 45

Suuratu As-Saffat Aayah 45 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Kubbaayyaa farsoo qulqulluu irraa ta’een isaan irra naanna’ama

Suuratu Aayah 45/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 43–47. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers