As-Saffat · 75/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
وَلَقَدْ نَادَانَا نُوحٌ فَلَنِعْمَ الْمُجِيبُونَ ۝٧٥
Wa laqad naadaanaa Noohun falani`mal mujeeboon
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti Nuuh nutti lallabee ture; Nuti warri waamicha owwaate waa tolle

🎧 Caqasi


📜 Aayah 73-77 — Suuratu As-Saffat

73فَانظُرْ كَيْفَ كَانَ عَاقِبَةُ الْمُنذَرِينَ
Booddeen warra dinniinamee akkam akka ta’e ilaali
74إِلَّا عِبَادَ اللَّهِ الْمُخْلَصِينَ
Gabroota Rabbii qulqulleeffamoo malee
75وَلَقَدْ نَادَانَا نُوحٌ فَلَنِعْمَ الْمُجِيبُونَ
Dhugumatti Nuuh nutti lallabee ture; Nuti warri waamicha owwaate waa tolle
76وَنَجَّيْنَاهُ وَأَهْلَهُ مِنَ الْكَرْبِ الْعَظِيمِ
Badii guddaa (bishaanin liqimfamuu) irraa isaafi maatii isaa baraarsine
77وَجَعَلْنَا ذُرِّيَّتَهُ هُمُ الْبَاقِينَ
Hortee isaa isaanuma (warra badii jalaa) hafan taasifne
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
75Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 75

Suuratu As-Saffat Aayah 75 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti Nuuh nutti lallabee ture; Nuti warri waamicha owwaate waa…

Suuratu Aayah 75/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 73–77. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers