As-Saffat · 88/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
فَنَظَرَ نَظْرَةً فِي النُّجُومِ ۝٨٨
Fanazara nazratan finnujoom
📖 Afaan Oromoon
Achumaan urjiiwwan keessa ilaalcha tokko ilaale

🎧 Caqasi


📜 Aayah 86-90 — Suuratu As-Saffat

86أَئِفْكًا آلِهَةً دُونَ اللَّهِ تُرِيدُونَ
“Sila kijibaani, gooftoota Allaahn ala jiran godhachuu feetanii
87فَمَا ظَنُّكُم بِرَبِّ الْعَالَمِينَ
Rabbii aalama hundaa irratti yaanni keessan maali?”
88فَنَظَرَ نَظْرَةً فِي النُّجُومِ
Achumaan urjiiwwan keessa ilaalcha tokko ilaale
89فَقَالَ إِنِّي سَقِيمٌ
Ergasii “ani dhukkubsataadha” jedhe
90فَتَوَلَّوْا عَنْهُ مُدْبِرِينَ
Isa irraa gara galanii deeman
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
88Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 88

Suuratu As-Saffat Aayah 88 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Achumaan urjiiwwan keessa ilaalcha tokko ilaale

Suuratu Aayah 88/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 86–90. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers