As-Saffat · 87/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
فَمَا ظَنُّكُم بِرَبِّ الْعَالَمِينَ ۝٨٧
Famaa zannukum bi Rabbil`aalameen
📖 Afaan Oromoon
Rabbii aalama hundaa irratti yaanni keessan maali?”

🎧 Caqasi


📜 Aayah 85-89 — Suuratu As-Saffat

85إِذْ قَالَ لِأَبِيهِ وَقَوْمِهِ مَاذَا تَعْبُدُونَ
Yeroo abbaa isaatiifi ummata isaatiin “maal gabbartu?” jedhe
86أَئِفْكًا آلِهَةً دُونَ اللَّهِ تُرِيدُونَ
“Sila kijibaani, gooftoota Allaahn ala jiran godhachuu feetanii
87فَمَا ظَنُّكُم بِرَبِّ الْعَالَمِينَ
Rabbii aalama hundaa irratti yaanni keessan maali?”
88فَنَظَرَ نَظْرَةً فِي النُّجُومِ
Achumaan urjiiwwan keessa ilaalcha tokko ilaale
89فَقَالَ إِنِّي سَقِيمٌ
Ergasii “ani dhukkubsataadha” jedhe
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
87Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 87

Suuratu As-Saffat Aayah 87 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Rabbii aalama hundaa irratti yaanni keessan maali?”

Suuratu Aayah 87/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 85–89. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers