An-Nisa · 169/176
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Nisa
إِلَّا طَرِيقَ جَهَنَّمَ خَالِدِينَ فِيهَا أَبَدًا ۚ وَكَانَ ذَٰلِكَ عَلَى اللَّهِ يَسِيرًا ۝١٦٩
Illaa tareeqa jahannamma khaalideena feehaa abadaa; wa kaana zaalika `alal laahi yaseeraa
📖 Afaan Oromoon
Garuu ishee keessatti yeroo hunda hafoo taanii karaa jahannam (isaan qajeelcha)Kun Rabbi irratti laafaa ta’eera

🎧 Caqasi


📜 Aayah 167-171 — Suuratu An-Nisa

167إِنَّ الَّذِينَ كَفَرُوا وَصَدُّوا عَن سَبِيلِ اللَّهِ قَدْ ضَلُّوا ضَلَالًا بَعِيدًا
Dhugumatti, warra kafaraniifi karaa Rabbii irraa (namoota) deebisan, dhugumatti isaan jallina fagoo ta’e jallataniiru
168إِنَّ الَّذِينَ كَفَرُوا وَظَلَمُوا لَمْ يَكُنِ اللَّهُ لِيَغْفِرَ لَهُمْ وَلَا لِيَهْدِيَهُمْ طَرِيقًا
Dhugumatti, isaan kafaraniifi miidhaa hojjatan, Rabbiin kan isaaniif araaramuufi karaa isaan qajeelchu hin taane
169إِلَّا طَرِيقَ جَهَنَّمَ خَالِدِينَ فِيهَا أَبَدًا ۚ وَكَانَ ذَٰلِكَ عَلَى اللَّهِ يَسِيرًا
Garuu ishee keessatti yeroo hunda hafoo taanii karaa jahannam (isaan qajeelcha)Kun Rabbi irratti laafaa ta’eera
170يَا أَيُّهَا النَّاسُ قَدْ جَاءَكُمُ الرَّسُولُ بِالْحَقِّ مِن رَّبِّكُمْ فَآمِنُوا خَيْرًا لَّكُمْ ۚ وَإِن تَكْفُرُوا فَإِنَّ لِلَّهِ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ ۚ وَكَانَ اللَّهُ عَلِيمًا حَكِيمًا
Yaa namootaa! Dhugumatti, ergamaan dhugaa Gooftaa keessan irraa ta’een isinitti dhufeeraa; isatti amanaa caalaa isiniif (taaa)Yoo kafartanis, wantoonni samiifi dachii keessaa kan RabbiitiRabbiinis beekaa, ogeessa ta’eera
171يَا أَهْلَ الْكِتَابِ لَا تَغْلُوا فِي دِينِكُمْ وَلَا تَقُولُوا عَلَى اللَّهِ إِلَّا الْحَقَّ ۚ إِنَّمَا الْمَسِيحُ عِيسَى ابْنُ مَرْيَمَ رَسُولُ اللَّهِ وَكَلِمَتُهُ أَلْقَاهَا إِلَىٰ مَرْيَمَ وَرُوحٌ مِّنْهُ ۖ فَآمِنُوا بِاللَّهِ وَرُسُلِهِ ۖ وَلَا تَقُولُوا ثَلَاثَةٌ ۚ انتَهُوا خَيْرًا لَّكُمْ ۚ إِنَّمَا اللَّهُ إِلَٰهٌ وَاحِدٌ ۖ سُبْحَانَهُ أَن يَكُونَ لَهُ وَلَدٌ ۘ لَّهُ مَا فِي السَّمَاوَاتِ وَمَا فِي الْأَرْضِ ۗ وَكَفَىٰ بِاللَّهِ وَكِيلًا
Yaa abbootii kitaabaa! amantii keessan keessatti daangaa hin dabrinaa; Rabbi irrattis dhugaa malee hin haasa’inaaIlmi Maryam, Masiih, Iisaan ergamaa Rabbiiti; jecha Isaa (tai jedhu) kan Inni gara Maryam darbeedhaRuuhii (uumaa) isaa irraa taeedhaRabbiifi ergamtoota Isaattis amanaa“Rabbiin sadihi” hin jedhinasIsarraa dhorgamaa; isiniif caalaa (taaa)Rabbiin dhugaan gabbaramaa tokkicha qofaInni ilmi Isaaf ta’uu irraa qulqullaa’eWantoonni samii keessaafi wantoonni dachii keessaa kan IsaatiHirkoodhaafis Rabbiin qofti ga’aadha
An-NisaTarreeffama Qur'ana
176Aayah
MedinanRevelation
169Aayah

Hiikkaa — An-Nisa 169

Suuratu An-Nisa Aayah 169 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Garuu ishee keessatti yeroo hunda hafoo taanii karaa jahannam (isaan…

Suuratu Aayah 169/176 — Suuratu An-Nisa النساء (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Nisa Caqasi, Suuratu An-Nisa Hiikkaa, Suuratu An-Nisa mp3, Suuratu An-Nisa pdf. Aayah 167–171. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers