An-Nisa · 7/176
Hiikkaa Sagaleeffama — An-Nisa
لِّلرِّجَالِ نَصِيبٌ مِّمَّا تَرَكَ الْوَالِدَانِ وَالْأَقْرَبُونَ وَلِلنِّسَاءِ نَصِيبٌ مِّمَّا تَرَكَ الْوَالِدَانِ وَالْأَقْرَبُونَ مِمَّا قَلَّ مِنْهُ أَوْ كَثُرَ ۚ نَصِيبًا مَّفْرُوضًا ٧
Transliteration
Lirrijaali naseebum mimmaa tarakal waalidaani wal aqraboona wa lin nisaaa`i naseebum mimmaa tarakal waalidaani wal aqraboona mimmaa qalla minhu aw kasur; naseebam mafroodaa
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
Dhiirotaaf Waan haadhaa abbaafi firoonni dhiisan irraa qoodatu jiraDubartootaafis waan haadhaa abbaafi firoonni dhiisan irraa qoodatu jiraWaan isa irraa xiqqaateefi guddate irraas; Qooda murteeffamaa (Rabbiin isa qoodeera)
🎧 Caqasi
📜 Aayah 5-9 — An-Nisa
5وَلَا تُؤْتُوا السُّفَهَاءَ أَمْوَالَكُمُ الَّتِي جَعَلَ اللَّهُ لَكُمْ قِيَامًا وَارْزُقُوهُمْ فِيهَا وَاكْسُوهُمْ وَقُولُوا لَهُمْ قَوْلًا مَّعْرُوفًا
Qabeenya keessan kan Rabbiin dhaabbata (jireenyaa) isiniif taasise gowwootatti hin kenninaaIshee irraas soorata isaaniif kennaa; isaan uffisaas, jechoota beekamaas isaaniin jedhaa
6وَابْتَلُوا الْيَتَامَىٰ حَتَّىٰ إِذَا بَلَغُوا النِّكَاحَ فَإِنْ آنَسْتُم مِّنْهُمْ رُشْدًا فَادْفَعُوا إِلَيْهِمْ أَمْوَالَهُمْ ۖ وَلَا تَأْكُلُوهَا إِسْرَافًا وَبِدَارًا أَن يَكْبَرُوا ۚ وَمَن كَانَ غَنِيًّا فَلْيَسْتَعْفِفْ ۖ وَمَن كَانَ فَقِيرًا فَلْيَأْكُلْ بِالْمَعْرُوفِ ۚ فَإِذَا دَفَعْتُمْ إِلَيْهِمْ أَمْوَالَهُمْ فَأَشْهِدُوا عَلَيْهِمْ ۚ وَكَفَىٰ بِاللَّهِ حَسِيبًا
Yatiimota hanga isaan umrii gaailaa ga’anitti qoradhaaYoo isaan irraa qajeeluma argitan, qabeenya isaanii gara isaaniitti deebisaa(Sodaa) guddachuu isaanii ariifatoo taatanii balleessuuf jecha ishee hin nyaatinaaNamni dureessa ta’e, (irraa) of haa qabuNamni hiyyeessa ta’e immoo beekamaadhaan haa nyaatuYeroo qabeenya isaanii gara isaaniitti deebiftan isaan irratti ragaa godhaaRagaadhaaf Rabbiinuu gahaadha
7لِّلرِّجَالِ نَصِيبٌ مِّمَّا تَرَكَ الْوَالِدَانِ وَالْأَقْرَبُونَ وَلِلنِّسَاءِ نَصِيبٌ مِّمَّا تَرَكَ الْوَالِدَانِ وَالْأَقْرَبُونَ مِمَّا قَلَّ مِنْهُ أَوْ كَثُرَ ۚ نَصِيبًا مَّفْرُوضًا
Dhiirotaaf Waan haadhaa abbaafi firoonni dhiisan irraa qoodatu jiraDubartootaafis waan haadhaa abbaafi firoonni dhiisan irraa qoodatu jiraWaan isa irraa xiqqaateefi guddate irraas; Qooda murteeffamaa (Rabbiin isa qoodeera)
8وَإِذَا حَضَرَ الْقِسْمَةَ أُولُو الْقُرْبَىٰ وَالْيَتَامَىٰ وَالْمَسَاكِينُ فَارْزُقُوهُم مِّنْهُ وَقُولُوا لَهُمْ قَوْلًا مَّعْرُوفًا
Yeroo firoonni, yatiimonniifi hiyyeeyyiin (bakka) qoodaa dhufan isa irraa isaaniif kennaa; jecha gaariis isaaniin jedhaa
9وَلْيَخْشَ الَّذِينَ لَوْ تَرَكُوا مِنْ خَلْفِهِمْ ذُرِّيَّةً ضِعَافًا خَافُوا عَلَيْهِمْ فَلْيَتَّقُوا اللَّهَ وَلْيَقُولُوا قَوْلًا سَدِيدًا
Warri odoo duuba isaaniitti ilmaan dadhaboo dhiisaanii (duanii) isaan irratti sodaatanu, (yatiima miidhuu) haa sodaatanuRabbiin sodaatanii jecha haqaa haa jedhanu
An-NisaTarreeffama Qur'ana
176Aayah
MedinanRevelation
7Aayah
Hiikkaa — An-Nisa 7
Suuratu An-Nisa Aayah 7 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhiirotaaf Waan haadhaa abbaafi firoonni dhiisan irraa qoodatu jiraDubartootaafis waan…Suuratu Aayah 7/176 — An-Nisa النساء (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: An-Nisa Caqasi, An-Nisa Hiikkaa, An-Nisa mp3, An-Nisa pdf. Aayah 5–9. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers








