۞ فَمَا لَكُمْ فِي الْمُنَافِقِينَ فِئَتَيْنِ وَاللَّهُ أَرْكَسَهُم بِمَا كَسَبُوا ۚ أَتُرِيدُونَ أَن تَهْدُوا مَنْ أَضَلَّ اللَّهُ ۖ وَمَن يُضْلِلِ اللَّهُ فَلَن تَجِدَ لَهُ سَبِيلًا ٨٨
🔤 Transliteration
Famaa lakum filmuna afiqeena fi`ataini wallaahu arkasahum bimaa kasaboo; atureedoona an tahdoo man adallal laahu wa mmai yudlilil laahu falan tajida lahoo sabeelaa
📖 Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
Sila odoo Rabbiin sababaa waan isaan hojjataniitiin duuba isaan deebisee jiruu maaltu isiniif jiraannaan dhimma munaafiqootaa keessatti garee lamatti qoodamtan? Sila isin nama Rabbiin jallise qajeelchuu barbaadduu? nama Rabbiin jallise karaa (ittiin qajeelu) isaaf hin argitu
۞ فَمَا لَكُمۡ فِي ٱلۡمُنَٰفِقِينَ فِئَتَيۡنِ وَٱللَّهُ أَرۡكَسَهُم بِمَا كَسَبُوٓاْۚ أَتُرِيدُونَ أَن تَهۡدُواْ مَنۡ أَضَلَّ ٱللَّهُۖ وَمَن يُضۡلِلِ ٱللَّهُ فَلَن تَجِدَ لَهُۥ سَبِيلًا ٨٨
Sila odoo Rabbiin sababaa waan isaan hojjataniitiin duuba isaan deebisee jiruu maaltu isiniif jiraannaan dhimma munaafiqootaa keessatti garee lamatti qoodamtan? Sila isin nama Rabbiin jallise qajeelchuu barbaadduu? nama Rabbiin jallise karaa (ittiin qajeelu) isaaf hin argitu
🖼️ Save Image
🎬 Save Video
📜 Aayah 86-90 — Suuratu An-Nisa
86 وَإِذَا حُيِّيتُم بِتَحِيَّةٍ فَحَيُّوا بِأَحْسَنَ مِنْهَا أَوْ رُدُّوهَا ۗ إِنَّ اللَّهَ كَانَ عَلَىٰ كُلِّ شَيْءٍ حَسِيبًا
Yeroo kabajaa wahiitiin kabajamtan, ishee irra gaariidhaan kabajaa; yookiin isuma deebisaaDhugumatti, Rabbiin waan hunda irratti qorataadha
87 اللَّهُ لَا إِلَٰهَ إِلَّا هُوَ ۚ لَيَجْمَعَنَّكُمْ إِلَىٰ يَوْمِ الْقِيَامَةِ لَا رَيْبَ فِيهِ ۗ وَمَنْ أَصْدَقُ مِنَ اللَّهِ حَدِيثًا
Rabbiin dhugaan gabbaramaan isa malee hin jiruDhugumatti, Guyyaa Qiyaamaa keessa walitti isin qaba; isa keessa mamiin hin jiruEenyutu Rabbiin caalaa haasa’a keessatti irra dhugaa dubbata
88 ۞ فَمَا لَكُمْ فِي الْمُنَافِقِينَ فِئَتَيْنِ وَاللَّهُ أَرْكَسَهُم بِمَا كَسَبُوا ۚ أَتُرِيدُونَ أَن تَهْدُوا مَنْ أَضَلَّ اللَّهُ ۖ وَمَن يُضْلِلِ اللَّهُ فَلَن تَجِدَ لَهُ سَبِيلًا
Sila odoo Rabbiin sababaa waan isaan hojjataniitiin duuba isaan deebisee jiruu maaltu isiniif jiraannaan dhimma munaafiqootaa keessatti garee lamatti qoodamtan? Sila isin nama Rabbiin jallise qajeelchuu barbaadduu? nama Rabbiin jallise karaa (ittiin qajeelu) isaaf hin argitu
89 وَدُّوا لَوْ تَكْفُرُونَ كَمَا كَفَرُوا فَتَكُونُونَ سَوَاءً ۖ فَلَا تَتَّخِذُوا مِنْهُمْ أَوْلِيَاءَ حَتَّىٰ يُهَاجِرُوا فِي سَبِيلِ اللَّهِ ۚ فَإِن تَوَلَّوْا فَخُذُوهُمْ وَاقْتُلُوهُمْ حَيْثُ وَجَدتُّمُوهُمْ ۖ وَلَا تَتَّخِذُوا مِنْهُمْ وَلِيًّا وَلَا نَصِيرًا
Odoo isin akkuma isaan kafaran kafartanii isaan waliin wal qixa taatanii jaalatuHanga karaa Rabbii keessatti godaananitti isaan irraa jaalallee hin qabatinaaYoo isaan gara galan, isaan qabaatii bakka argitanitti isaan ajjeesaaIsaan irraas jaalalleefi gargaaraa hin godhatinaa
90 إِلَّا الَّذِينَ يَصِلُونَ إِلَىٰ قَوْمٍ بَيْنَكُمْ وَبَيْنَهُم مِّيثَاقٌ أَوْ جَاءُوكُمْ حَصِرَتْ صُدُورُهُمْ أَن يُقَاتِلُوكُمْ أَوْ يُقَاتِلُوا قَوْمَهُمْ ۚ وَلَوْ شَاءَ اللَّهُ لَسَلَّطَهُمْ عَلَيْكُمْ فَلَقَاتَلُوكُمْ ۚ فَإِنِ اعْتَزَلُوكُمْ فَلَمْ يُقَاتِلُوكُمْ وَأَلْقَوْا إِلَيْكُمُ السَّلَمَ فَمَا جَعَلَ اللَّهُ لَكُمْ عَلَيْهِمْ سَبِيلًا
Warra gidduu keessaniifi gidduu isaaniitti walii galteen (nagaa) jiru wajjin hidhaa qaban yookiin kanneen qomni isaanii isiniin loluu irraa dhiphattee isinitti dhufan maleeRabbiin odoo fedhee isaan isin irratti ol taasisee isiniin lolu turanYoo isaan isin irraa fagaatanii isin hin loliniifi nagaa isiniif kennan Rabbiin (akka loltan) isaan irratti karaa isiniif hin goone
Hiikkaa — An-Nisa 88 Suuratu An-Nisa Aayah 88 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila odoo Rabbiin sababaa waan isaan hojjataniitiin duuba isaan deebisee…
Suuratu Aayah 88/176 — Suuratu An-Nisa النساء (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Nisa Caqasi, Suuratu An-Nisa Hiikkaa, Suuratu An-Nisa mp3, Suuratu An-Nisa pdf. Aayah 86–90. Afaan Oromoon: العربية.