Az-Zukhruf · 26/89
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Az-Zukhruf
وَإِذْ قَالَ إِبْرَاهِيمُ لِأَبِيهِ وَقَوْمِهِ إِنَّنِي بَرَاءٌ مِّمَّا تَعْبُدُونَ ۝٢٦
Wa iz qaala Ibraaheemu liabeehi wa qawmiheee innane baraaa`um mimmaa ta`budo
📖 Afaan Oromoon
Yeroo Ibraahiim abbaa isaatiifi ummata isaatiin jedhes [yaadadhu]:“Dhugumatti ani waan isin gabbartan irraa qulqulluudha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 24-28 — Suuratu Az-Zukhruf

24۞ قَالَ أَوَلَوْ جِئْتُكُم بِأَهْدَىٰ مِمَّا وَجَدتُّمْ عَلَيْهِ آبَاءَكُمْ ۖ قَالُوا إِنَّا بِمَا أُرْسِلْتُم بِهِ كَافِرُونَ
(Ergamichis) “odoo ani waan abbootii keessan irratti argitan irra qajeelaatiin isinitti dhufee jiruu (hordoftuu)?” jedhe(Mushrikoonnis) “nuti waan isin ittiin ergamtanitti kafaroodha” jedhan
25فَانتَقَمْنَا مِنْهُمْ ۖ فَانظُرْ كَيْفَ كَانَ عَاقِبَةُ الْمُكَذِّبِينَ
Kanaafuu isaan irraa haaloo ba’anneBooddeen sobsiiftotaa akkam akka ta’e ilaali
26وَإِذْ قَالَ إِبْرَاهِيمُ لِأَبِيهِ وَقَوْمِهِ إِنَّنِي بَرَاءٌ مِّمَّا تَعْبُدُونَ
Yeroo Ibraahiim abbaa isaatiifi ummata isaatiin jedhes [yaadadhu]:“Dhugumatti ani waan isin gabbartan irraa qulqulluudha
27إِلَّا الَّذِي فَطَرَنِي فَإِنَّهُ سَيَهْدِينِ
Isa na uume maleeInni na qajeelcha.”
28وَجَعَلَهَا كَلِمَةً بَاقِيَةً فِي عَقِبِهِ لَعَلَّهُمْ يَرْجِعُونَ
Akka isaan deebi’aniif jechattii isa booda haftuu ishee godhe
Az-ZukhrufTarreeffama Qur'ana
89Aayah
MeccanRevelation
26Aayah

Hiikkaa — Az-Zukhruf 26

Suuratu Az-Zukhruf Aayah 26 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo Ibraahiim abbaa isaatiifi ummata isaatiin jedhes [yaadadhu]:“Dhugumatti ani waan…

Suuratu Aayah 26/89 — Suuratu Az-Zukhruf الزخرف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Az-Zukhruf Caqasi, Suuratu Az-Zukhruf Hiikkaa, Suuratu Az-Zukhruf mp3, Suuratu Az-Zukhruf pdf. Aayah 24–28. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers