Ad-Dukhan · 31/59
Hiikkaa Sagaleeffama — Ad-Dukhan
مِن فِرْعَوْنَ ۚ إِنَّهُ كَانَ عَالِيًا مِّنَ الْمُسْرِفِينَ ۝٣١
Min Fir`awn; innahoo kaana `aaliyam minal musrifeen
📖 Afaan Oromoon
Fir’awni irraa (ni baraarsine)Inni boonaa, daangaa dabraa irraa ta’eera

🎧 Caqasi


📜 Aayah 29-33 — Ad-Dukhan

29فَمَا بَكَتْ عَلَيْهِمُ السَّمَاءُ وَالْأَرْضُ وَمَا كَانُوا مُنظَرِينَ
Samiifi dachiin isaan irratti hin boonye; kan tursiifanis hin turre
30وَلَقَدْ نَجَّيْنَا بَنِي إِسْرَائِيلَ مِنَ الْعَذَابِ الْمُهِينِ
Dhugumatti, Ilmaan Israa’iil adabbii salphisaa irraa nagaya baafne
31مِن فِرْعَوْنَ ۚ إِنَّهُ كَانَ عَالِيًا مِّنَ الْمُسْرِفِينَ
Fir’awni irraa (ni baraarsine)Inni boonaa, daangaa dabraa irraa ta’eera
32وَلَقَدِ اخْتَرْنَاهُمْ عَلَىٰ عِلْمٍ عَلَى الْعَالَمِينَ
Nuti beekumsaan aalama hunda irra isaan filanne
33وَآتَيْنَاهُم مِّنَ الْآيَاتِ مَا فِيهِ بَلَاءٌ مُّبِينٌ
Raajiiwwan irraas waan mokkorriin ifa ta’e isa keessa jiru isaaniif kennine
Ad-DukhanTarreeffama Qur'ana
59Aayah
MeccanRevelation
31Aayah

Hiikkaa — Ad-Dukhan 31

Suuratu Ad-Dukhan Aayah 31 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Fir’awni irraa (ni baraarsine)Inni boonaa, daangaa dabraa irraa ta’eera

Suuratu Aayah 31/59 — Ad-Dukhan الدخان (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ad-Dukhan Caqasi, Ad-Dukhan Hiikkaa, Ad-Dukhan mp3, Ad-Dukhan pdf. Aayah 29–33. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers