Ad-Dukhan · 36/59
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ad-Dukhan
فَأْتُوا بِآبَائِنَا إِن كُنتُمْ صَادِقِينَ ۝٣٦
Faatoo bi aabaaa`inaaa inkuntum saadiqeen
📖 Afaan Oromoon
Yoo warra dhugaa dubbatu taataniif, abbootii keenya fidaa.”

🎧 Caqasi


📜 Aayah 34-38 — Suuratu Ad-Dukhan

34إِنَّ هَٰؤُلَاءِ لَيَقُولُونَ
Dhugumatti, isaan kun (Qureeyshonni) ni jedhu
35إِنْ هِيَ إِلَّا مَوْتَتُنَا الْأُولَىٰ وَمَا نَحْنُ بِمُنشَرِينَ
“Du’a keenya kan jalqabaa malee isheen (biraa) hin jirtuNuti (kana booda) hin kaafamnu
36فَأْتُوا بِآبَائِنَا إِن كُنتُمْ صَادِقِينَ
Yoo warra dhugaa dubbatu taataniif, abbootii keenya fidaa.”
37أَهُمْ خَيْرٌ أَمْ قَوْمُ تُبَّعٍ وَالَّذِينَ مِن قَبْلِهِمْ ۚ أَهْلَكْنَاهُمْ ۖ إِنَّهُمْ كَانُوا مُجْرِمِينَ
Sila isaantu caala moo ummata Tubba’iifi warra isaan duraati? Isaan yakkamtoota taanaan isaan balleessine
38وَمَا خَلَقْنَا السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضَ وَمَا بَيْنَهُمَا لَاعِبِينَ
Samii, dachiifi waan isaan lamaan gidduu jirus taphatoo taanee hin uumne
Ad-DukhanTarreeffama Qur'ana
59Aayah
MeccanRevelation
36Aayah

Hiikkaa — Ad-Dukhan 36

Suuratu Ad-Dukhan Aayah 36 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yoo warra dhugaa dubbatu taataniif, abbootii keenya fidaa.”

Suuratu Aayah 36/59 — Suuratu Ad-Dukhan الدخان (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ad-Dukhan Caqasi, Suuratu Ad-Dukhan Hiikkaa, Suuratu Ad-Dukhan mp3, Suuratu Ad-Dukhan pdf. Aayah 34–38. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers