Ad-Dukhan · 44/59
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ad-Dukhan
طَعَامُ الْأَثِيمِ ۝٤٤
Ta`aamul aseem
📖 Afaan Oromoon
Nyaata dilaawaati

🎧 Caqasi


📜 Aayah 42-46 — Suuratu Ad-Dukhan

42إِلَّا مَن رَّحِمَ اللَّهُ ۚ إِنَّهُ هُوَ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ
Nama Rabbiin rahmata godheef maleeInni Isumatu injifataa, rahmata godhaadha
43إِنَّ شَجَرَتَ الزَّقُّومِ
Dhugumatti, mukni ‘Zaqquum’
44طَعَامُ الْأَثِيمِ
Nyaata dilaawaati
45كَالْمُهْلِ يَغْلِي فِي الْبُطُونِ
Akka cumaa (siicoo) zaytiitti garaa keessatti danfa
46كَغَلْيِ الْحَمِيمِ
Akka danfuu bishaan ho’aatti
Ad-DukhanTarreeffama Qur'ana
59Aayah
MeccanRevelation
44Aayah

Hiikkaa — Ad-Dukhan 44

Suuratu Ad-Dukhan Aayah 44 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nyaata dilaawaati

Suuratu Aayah 44/59 — Suuratu Ad-Dukhan الدخان (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ad-Dukhan Caqasi, Suuratu Ad-Dukhan Hiikkaa, Suuratu Ad-Dukhan mp3, Suuratu Ad-Dukhan pdf. Aayah 42–46. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers