Ad-Dukhan · 43/59
Hiikkaa Sagaleeffama — Ad-Dukhan
إِنَّ شَجَرَتَ الزَّقُّومِ ۝٤٣
Inna shajarataz zaqqoom
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, mukni ‘Zaqquum’
🎧 Caqasi

📜 Aayah 41-45 — Ad-Dukhan

41يَوْمَ لَا يُغْنِي مَوْلًى عَن مَّوْلًى شَيْئًا وَلَا هُمْ يُنصَرُونَ
Guyyaa jaalalleen jaalallee irraa homaa hin deebifne, kan isaanis (kaafiroonnis) hin tumsamneedha
42إِلَّا مَن رَّحِمَ اللَّهُ ۚ إِنَّهُ هُوَ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ
Nama Rabbiin rahmata godheef maleeInni Isumatu injifataa, rahmata godhaadha
43إِنَّ شَجَرَتَ الزَّقُّومِ
Dhugumatti, mukni ‘Zaqquum’
44طَعَامُ الْأَثِيمِ
Nyaata dilaawaati
45كَالْمُهْلِ يَغْلِي فِي الْبُطُونِ
Akka cumaa (siicoo) zaytiitti garaa keessatti danfa
Ad-DukhanTarreeffama Qur'ana
59Aayah
MeccanRevelation
43Aayah

Hiikkaa — Ad-Dukhan 43

Suuratu Ad-Dukhan Aayah 43 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, mukni ‘Zaqquum’

Suuratu Aayah 43/59 — Ad-Dukhan الدخان (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ad-Dukhan Caqasi, Ad-Dukhan Hiikkaa, Ad-Dukhan mp3, Ad-Dukhan pdf. Aayah 41–45. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers