Ad-Dukhan · 5/59
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ad-Dukhan
أَمْرًا مِّنْ عِندِنَا ۚ إِنَّا كُنَّا مُرْسِلِينَ ۝٥
Amram min `indinaaa; innaa kunnaa mursileen
📖 Afaan Oromoon
Adda baafaminsa nu biraa ta’e (ibsina)Nuti ergitoota taaneerra

🎧 Caqasi


📜 Aayah 3-7 — Suuratu Ad-Dukhan

3إِنَّا أَنزَلْنَاهُ فِي لَيْلَةٍ مُّبَارَكَةٍ ۚ إِنَّا كُنَّا مُنذِرِينَ
Nuti halkan barakeeffamtuu keessa isa buufneNuti dinniinoo taaneerra
4فِيهَا يُفْرَقُ كُلُّ أَمْرٍ حَكِيمٍ
Ishee (halkanittii) keessa dhimmi murteeffame hundi adda baafama
5أَمْرًا مِّنْ عِندِنَا ۚ إِنَّا كُنَّا مُرْسِلِينَ
Adda baafaminsa nu biraa ta’e (ibsina)Nuti ergitoota taaneerra
6رَحْمَةً مِّن رَّبِّكَ ۚ إِنَّهُ هُوَ السَّمِيعُ الْعَلِيمُ
Rahmata Gooftaa kee irraa ta’eef (buufne)Inni Isumatu dhaga’aa, beekaadha
7رَبِّ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ وَمَا بَيْنَهُمَا ۖ إِن كُنتُم مُّوقِنِينَ
(Rahmata) Gooftaa samii, dachiifi waan gidduu isaan lamaanii irraa ta’eetiYoo kan dhugoomsitan taataniif (kana hubadhaa)
Ad-DukhanTarreeffama Qur'ana
59Aayah
MeccanRevelation
5Aayah

Hiikkaa — Ad-Dukhan 5

Suuratu Ad-Dukhan Aayah 5 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Adda baafaminsa nu biraa ta’e (ibsina)Nuti ergitoota taaneerra

Suuratu Aayah 5/59 — Suuratu Ad-Dukhan الدخان (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ad-Dukhan Caqasi, Suuratu Ad-Dukhan Hiikkaa, Suuratu Ad-Dukhan mp3, Suuratu Ad-Dukhan pdf. Aayah 3–7. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers