Ad-Dukhan · 58/59
Hiikkaa Sagaleeffama — Ad-Dukhan
فَإِنَّمَا يَسَّرْنَاهُ بِلِسَانِكَ لَعَلَّهُمْ يَتَذَكَّرُونَ ۝٥٨
Fa innamaa yassarnaahu bilisaanika la`allahum yatazakkaroon
📖 Afaan Oromoon
Akka gorfamaniif jacha isa (Qur’aana) arraba keetti laaffifne
🎧 Caqasi

📜 Aayah 56-59 — Ad-Dukhan

56لَا يَذُوقُونَ فِيهَا الْمَوْتَ إِلَّا الْمَوْتَةَ الْأُولَىٰ ۖ وَوَقَاهُمْ عَذَابَ الْجَحِيمِ
Ishee keessatti du’a jalqabaa malee du’a hin dhandhamanRabbiin adabbii ibidda boba’aa irraa isaan tikse
57فَضْلًا مِّن رَّبِّكَ ۚ ذَٰلِكَ هُوَ الْفَوْزُ الْعَظِيمُ
Tola Gooftaa kee irraa ta’eefSun isumatu milkii guddaadha
58فَإِنَّمَا يَسَّرْنَاهُ بِلِسَانِكَ لَعَلَّهُمْ يَتَذَكَّرُونَ
Akka gorfamaniif jacha isa (Qur’aana) arraba keetti laaffifne
59فَارْتَقِبْ إِنَّهُم مُّرْتَقِبُونَ
(Waan isaan mudatu) eegi; isaanis eegoodha
Ad-DukhanTarreeffama Qur'ana
59Aayah
MeccanRevelation
58Aayah

Hiikkaa — Ad-Dukhan 58

Suuratu Ad-Dukhan Aayah 58 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Akka gorfamaniif jacha isa (Qur’aana) arraba keetti laaffifne

Suuratu Aayah 58/59 — Ad-Dukhan الدخان (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ad-Dukhan Caqasi, Ad-Dukhan Hiikkaa, Ad-Dukhan mp3, Ad-Dukhan pdf. Aayah 56–59. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers