Ad-Dukhan · 57/59
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ad-Dukhan
فَضْلًا مِّن رَّبِّكَ ۚ ذَٰلِكَ هُوَ الْفَوْزُ الْعَظِيمُ ۝٥٧
Fadlam mir rabbik; zaalika huwal fawzul `azeem
📖 Afaan Oromoon
Tola Gooftaa kee irraa ta’eefSun isumatu milkii guddaadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 55-59 — Suuratu Ad-Dukhan

55يَدْعُونَ فِيهَا بِكُلِّ فَاكِهَةٍ آمِنِينَ
Achi keessattis nagaa ta’anii fuduraalee hunda waammatu
56لَا يَذُوقُونَ فِيهَا الْمَوْتَ إِلَّا الْمَوْتَةَ الْأُولَىٰ ۖ وَوَقَاهُمْ عَذَابَ الْجَحِيمِ
Ishee keessatti du’a jalqabaa malee du’a hin dhandhamanRabbiin adabbii ibidda boba’aa irraa isaan tikse
57فَضْلًا مِّن رَّبِّكَ ۚ ذَٰلِكَ هُوَ الْفَوْزُ الْعَظِيمُ
Tola Gooftaa kee irraa ta’eefSun isumatu milkii guddaadha
58فَإِنَّمَا يَسَّرْنَاهُ بِلِسَانِكَ لَعَلَّهُمْ يَتَذَكَّرُونَ
Akka gorfamaniif jacha isa (Qur’aana) arraba keetti laaffifne
59فَارْتَقِبْ إِنَّهُم مُّرْتَقِبُونَ
(Waan isaan mudatu) eegi; isaanis eegoodha
Ad-DukhanTarreeffama Qur'ana
59Aayah
MeccanRevelation
57Aayah

Hiikkaa — Ad-Dukhan 57

Suuratu Ad-Dukhan Aayah 57 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Tola Gooftaa kee irraa ta’eefSun isumatu milkii guddaadha

Suuratu Aayah 57/59 — Suuratu Ad-Dukhan الدخان (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ad-Dukhan Caqasi, Suuratu Ad-Dukhan Hiikkaa, Suuratu Ad-Dukhan mp3, Suuratu Ad-Dukhan pdf. Aayah 55–59. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers