Adh-Dhariyat · 33/60
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Adh-Dhariyat
لِنُرْسِلَ عَلَيْهِمْ حِجَارَةً مِّن طِينٍ ۝٣٣
Linursila `alaihim hijaa ratam min teen
📖 Afaan Oromoon
Dhagaa dhoqqee gubataa irraa ta’e isaan irratti erguuf (dhufne).”

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 31-35 — Suuratu Adh-Dhariyat

31۞ قَالَ فَمَا خَطْبُكُمْ أَيُّهَا الْمُرْسَلُونَ
(Ibraahiim) ni jedhe: “Yaa ergamootaa! Dhimmi keessan maali?”
32قَالُوا إِنَّا أُرْسِلْنَا إِلَىٰ قَوْمٍ مُّجْرِمِينَ
[Isaan] ni jedhan: “Nuti gara ummata yakkamtootaa ergamne
33لِنُرْسِلَ عَلَيْهِمْ حِجَارَةً مِّن طِينٍ
Dhagaa dhoqqee gubataa irraa ta’e isaan irratti erguuf (dhufne).”
34مُّسَوَّمَةً عِندَ رَبِّكَ لِلْمُسْرِفِينَ
Rabbii kee biratti daanga dabartootaaf kan mallateeffamte haala taateen
35فَأَخْرَجْنَا مَن كَانَ فِيهَا مِنَ الْمُؤْمِنِينَ
Mu’uminoota irraa namoota ishee keessa jiran ni baafne
Adh-DhariyatTarreeffama Qur'ana
60Aayah
MeccanRevelation
33Aayah

Hiikkaa — Adh-Dhariyat 33

Suuratu Adh-Dhariyat Aayah 33 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhagaa dhoqqee gubataa irraa ta’e isaan irratti erguuf (dhufne).”

Suuratu Aayah 33/60 — Suuratu Adh-Dhariyat الذاريات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Adh-Dhariyat Caqasi, Suuratu Adh-Dhariyat Hiikkaa, Suuratu Adh-Dhariyat mp3, Suuratu Adh-Dhariyat pdf. Aayah 31–35. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers