Adh-Dhariyat · 48/60
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Adh-Dhariyat
وَالْأَرْضَ فَرَشْنَاهَا فَنِعْمَ الْمَاهِدُونَ ۝٤٨
Wal arda farashnaahaa fani`mal maahidoon
📖 Afaan Oromoon
Dachiis diriirsinee jirra; (Nuti) diriirsitoonni waa tolle

🎧 Caqasi


📜 Aayah 46-50 — Suuratu Adh-Dhariyat

46وَقَوْمَ نُوحٍ مِّن قَبْلُ ۖ إِنَّهُمْ كَانُوا قَوْمًا فَاسِقِينَ
Ummata Nuuhis san dura (ballessinee jirra)Dhugumatti, isaan ummata finciltoota turan
47وَالسَّمَاءَ بَنَيْنَاهَا بِأَيْدٍ وَإِنَّا لَمُوسِعُونَ
Samiis humnaan ishee ijaarreDhugumatti, Nuti (ishee) bal’isoodha
48وَالْأَرْضَ فَرَشْنَاهَا فَنِعْمَ الْمَاهِدُونَ
Dachiis diriirsinee jirra; (Nuti) diriirsitoonni waa tolle
49وَمِن كُلِّ شَيْءٍ خَلَقْنَا زَوْجَيْنِ لَعَلَّكُمْ تَذَكَّرُونَ
Akka isin gorfamtaniif waan hunda irraa qindiiwwan uumne
50فَفِرُّوا إِلَى اللَّهِ ۖ إِنِّي لَكُم مِّنْهُ نَذِيرٌ مُّبِينٌ
Gara Rabbii baqadhaaAni Isa irraa isiniif sodaachisaa ifa bahaadha
Adh-DhariyatTarreeffama Qur'ana
60Aayah
MeccanRevelation
48Aayah

Hiikkaa — Adh-Dhariyat 48

Suuratu Adh-Dhariyat Aayah 48 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dachiis diriirsinee jirra; (Nuti) diriirsitoonni waa tolle

Suuratu Aayah 48/60 — Suuratu Adh-Dhariyat الذاريات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Adh-Dhariyat Caqasi, Suuratu Adh-Dhariyat Hiikkaa, Suuratu Adh-Dhariyat mp3, Suuratu Adh-Dhariyat pdf. Aayah 46–50. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers