Adh-Dhariyat · 47/60
Hiikkaa Sagaleeffama — Adh-Dhariyat
وَالسَّمَاءَ بَنَيْنَاهَا بِأَيْدٍ وَإِنَّا لَمُوسِعُونَ ۝٤٧
Wassamaaa`a banainaa haa bi aydinw wa innaa lamoosi`oon
📖 Afaan Oromoon
Samiis humnaan ishee ijaarreDhugumatti, Nuti (ishee) bal’isoodha
🎧 Caqasi

📜 Aayah 45-49 — Adh-Dhariyat

45فَمَا اسْتَطَاعُوا مِن قِيَامٍ وَمَا كَانُوا مُنتَصِرِينَ
Ergasii dhaabbachuu hin dandeenye; tumsamoos hin taane
46وَقَوْمَ نُوحٍ مِّن قَبْلُ ۖ إِنَّهُمْ كَانُوا قَوْمًا فَاسِقِينَ
Ummata Nuuhis san dura (ballessinee jirra)Dhugumatti, isaan ummata finciltoota turan
47وَالسَّمَاءَ بَنَيْنَاهَا بِأَيْدٍ وَإِنَّا لَمُوسِعُونَ
Samiis humnaan ishee ijaarreDhugumatti, Nuti (ishee) bal’isoodha
48وَالْأَرْضَ فَرَشْنَاهَا فَنِعْمَ الْمَاهِدُونَ
Dachiis diriirsinee jirra; (Nuti) diriirsitoonni waa tolle
49وَمِن كُلِّ شَيْءٍ خَلَقْنَا زَوْجَيْنِ لَعَلَّكُمْ تَذَكَّرُونَ
Akka isin gorfamtaniif waan hunda irraa qindiiwwan uumne
Adh-DhariyatTarreeffama Qur'ana
60Aayah
MeccanRevelation
47Aayah

Hiikkaa — Adh-Dhariyat 47

Suuratu Adh-Dhariyat Aayah 47 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Samiis humnaan ishee ijaarreDhugumatti, Nuti (ishee) bal’isoodha

Suuratu Aayah 47/60 — Adh-Dhariyat الذاريات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Adh-Dhariyat Caqasi, Adh-Dhariyat Hiikkaa, Adh-Dhariyat mp3, Adh-Dhariyat pdf. Aayah 45–49. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers