Adh-Dhariyat · 49/60
Hiikkaa Sagaleeffama — Adh-Dhariyat
وَمِن كُلِّ شَيْءٍ خَلَقْنَا زَوْجَيْنِ لَعَلَّكُمْ تَذَكَّرُونَ ۝٤٩
Wa min kulli shai`in khalaqnaa zawjaini la`allakum tazakkaroon
📖 Afaan Oromoon
Akka isin gorfamtaniif waan hunda irraa qindiiwwan uumne
🎧 Caqasi

📜 Aayah 47-51 — Adh-Dhariyat

47وَالسَّمَاءَ بَنَيْنَاهَا بِأَيْدٍ وَإِنَّا لَمُوسِعُونَ
Samiis humnaan ishee ijaarreDhugumatti, Nuti (ishee) bal’isoodha
48وَالْأَرْضَ فَرَشْنَاهَا فَنِعْمَ الْمَاهِدُونَ
Dachiis diriirsinee jirra; (Nuti) diriirsitoonni waa tolle
49وَمِن كُلِّ شَيْءٍ خَلَقْنَا زَوْجَيْنِ لَعَلَّكُمْ تَذَكَّرُونَ
Akka isin gorfamtaniif waan hunda irraa qindiiwwan uumne
50فَفِرُّوا إِلَى اللَّهِ ۖ إِنِّي لَكُم مِّنْهُ نَذِيرٌ مُّبِينٌ
Gara Rabbii baqadhaaAni Isa irraa isiniif sodaachisaa ifa bahaadha
51وَلَا تَجْعَلُوا مَعَ اللَّهِ إِلَٰهًا آخَرَ ۖ إِنِّي لَكُم مِّنْهُ نَذِيرٌ مُّبِينٌ
Allaah wajjinis gabbaramaa biraa hin taasisinaaAni Isa irraa isiniif sodaachisaa ifa bahaadha
Adh-DhariyatTarreeffama Qur'ana
60Aayah
MeccanRevelation
49Aayah

Hiikkaa — Adh-Dhariyat 49

Suuratu Adh-Dhariyat Aayah 49 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Akka isin gorfamtaniif waan hunda irraa qindiiwwan uumne

Suuratu Aayah 49/60 — Adh-Dhariyat الذاريات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Adh-Dhariyat Caqasi, Adh-Dhariyat Hiikkaa, Adh-Dhariyat mp3, Adh-Dhariyat pdf. Aayah 47–51. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers