At-Tur · 6/49
Hiikkaa Sagaleeffama — At-Tur
وَالْبَحْرِ الْمَسْجُورِ ۝٦
Wal bahril masjoor
📖 Afaan Oromoon
Galaana qabsiifamaaniis
🎧 Caqasi

📜 Aayah 4-8 — At-Tur

4وَالْبَيْتِ الْمَعْمُورِ
Mana jiraachifamaanis
5وَالسَّقْفِ الْمَرْفُوعِ
Ijoo (gombisaa) ol fuudhamaanis
6وَالْبَحْرِ الْمَسْجُورِ
Galaana qabsiifamaaniis
7إِنَّ عَذَابَ رَبِّكَ لَوَاقِعٌ
Dhugumatti, adabbiin Gooftaa keetii argamaadha
8مَّا لَهُ مِن دَافِعٍ
Wanti isa deebisu tokkolleen hin jiru
At-TurTarreeffama Qur'ana
49Aayah
MeccanRevelation
6Aayah

Hiikkaa — At-Tur 6

Suuratu At-Tur Aayah 6 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Galaana qabsiifamaaniis

Suuratu Aayah 6/49 — At-Tur الطور (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: At-Tur Caqasi, At-Tur Hiikkaa, At-Tur mp3, At-Tur pdf. Aayah 4–8. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers