At-Tur · 7/49
Hiikkaa Sagaleeffama — At-Tur
إِنَّ عَذَابَ رَبِّكَ لَوَاقِعٌ ۝٧
Inna `azaaba Rabbika lawaaqi
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, adabbiin Gooftaa keetii argamaadha
🎧 Caqasi

📜 Aayah 5-9 — At-Tur

5وَالسَّقْفِ الْمَرْفُوعِ
Ijoo (gombisaa) ol fuudhamaanis
6وَالْبَحْرِ الْمَسْجُورِ
Galaana qabsiifamaaniis
7إِنَّ عَذَابَ رَبِّكَ لَوَاقِعٌ
Dhugumatti, adabbiin Gooftaa keetii argamaadha
8مَّا لَهُ مِن دَافِعٍ
Wanti isa deebisu tokkolleen hin jiru
9يَوْمَ تَمُورُ السَّمَاءُ مَوْرًا
Guyyaa samiin socho’iinsa (hamaa) sochootu
At-TurTarreeffama Qur'ana
49Aayah
MeccanRevelation
7Aayah

Hiikkaa — At-Tur 7

Suuratu At-Tur Aayah 7 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, adabbiin Gooftaa keetii argamaadha

Suuratu Aayah 7/49 — At-Tur الطور (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: At-Tur Caqasi, At-Tur Hiikkaa, At-Tur mp3, At-Tur pdf. Aayah 5–9. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers