An-Najm · 16/62
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Najm
إِذْ يَغْشَى السِّدْرَةَ مَا يَغْشَىٰ ۝١٦
Iz yaghshas sidrata maa yaghshaa
📖 Afaan Oromoon
Yeroo wanti haguugu mukattii qurquraa haguugu (arge)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 14-18 — Suuratu An-Najm

14عِندَ سِدْرَةِ الْمُنتَهَىٰ
Qurquraa daangaa (samii torbaffaa) biratti arge
15عِندَهَا جَنَّةُ الْمَأْوَىٰ
Ishee bira jannata qubsumaatu jira
16إِذْ يَغْشَى السِّدْرَةَ مَا يَغْشَىٰ
Yeroo wanti haguugu mukattii qurquraa haguugu (arge)
17مَا زَاغَ الْبَصَرُ وَمَا طَغَىٰ
Ijji gamaa gamana hin jallanne, irras hin dabarre
18لَقَدْ رَأَىٰ مِنْ آيَاتِ رَبِّهِ الْكُبْرَىٰ
Dhugumatti, inni mallattoolee Gooftaa isaa gurguddoo irraa argeera
An-NajmTarreeffama Qur'ana
62Aayah
MeccanRevelation
16Aayah

Hiikkaa — An-Najm 16

Suuratu An-Najm Aayah 16 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo wanti haguugu mukattii qurquraa haguugu (arge)

Suuratu Aayah 16/62 — Suuratu An-Najm النجم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Najm Caqasi, Suuratu An-Najm Hiikkaa, Suuratu An-Najm mp3, Suuratu An-Najm pdf. Aayah 14–18. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers