An-Najm · 15/62
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Najm
عِندَهَا جَنَّةُ الْمَأْوَىٰ ۝١٥
Indahaa jannatul maawaa
📖 Afaan Oromoon
Ishee bira jannata qubsumaatu jira

🎧 Caqasi


📜 Aayah 13-17 — Suuratu An-Najm

13وَلَقَدْ رَآهُ نَزْلَةً أُخْرَىٰ
Dhugumatti yeroo biraas isa argeera
14عِندَ سِدْرَةِ الْمُنتَهَىٰ
Qurquraa daangaa (samii torbaffaa) biratti arge
15عِندَهَا جَنَّةُ الْمَأْوَىٰ
Ishee bira jannata qubsumaatu jira
16إِذْ يَغْشَى السِّدْرَةَ مَا يَغْشَىٰ
Yeroo wanti haguugu mukattii qurquraa haguugu (arge)
17مَا زَاغَ الْبَصَرُ وَمَا طَغَىٰ
Ijji gamaa gamana hin jallanne, irras hin dabarre
An-NajmTarreeffama Qur'ana
62Aayah
MeccanRevelation
15Aayah

Hiikkaa — An-Najm 15

Suuratu An-Najm Aayah 15 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ishee bira jannata qubsumaatu jira

Suuratu Aayah 15/62 — Suuratu An-Najm النجم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Najm Caqasi, Suuratu An-Najm Hiikkaa, Suuratu An-Najm mp3, Suuratu An-Najm pdf. Aayah 13–17. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers