Al-Qamar · 1/55
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qamar
اقْتَرَبَتِ السَّاعَةُ وَانشَقَّ الْقَمَرُ ۝١
Iqtarabatis Saa`atu wsan shaqqal qamar
📖 Afaan Oromoon
Qiyaamaan kaloofte; jiinis lamatti addaan dhoohe

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-3 — Suuratu Al-Qamar

1اقْتَرَبَتِ السَّاعَةُ وَانشَقَّ الْقَمَرُ
Qiyaamaan kaloofte; jiinis lamatti addaan dhoohe
2وَإِن يَرَوْا آيَةً يُعْرِضُوا وَيَقُولُوا سِحْرٌ مُّسْتَمِرٌّ
Yeroo mallattoo wahii argan gara galaniiti “(kun) sihrii cimaadha” jedhu
3وَكَذَّبُوا وَاتَّبَعُوا أَهْوَاءَهُمْ ۚ وَكُلُّ أَمْرٍ مُّسْتَقِرٌّ
(Qur’aana) sobsiisanii fedha lubbuu isaanii hordofuWanti hunduu galma ga’aadha
Al-QamarTarreeffama Qur'ana
55Aayah
MeccanRevelation
1Aayah

Hiikkaa — Al-Qamar 1

Suuratu Al-Qamar Aayah 1 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Qiyaamaan kaloofte; jiinis lamatti addaan dhoohe

Suuratu Aayah 1/55 — Suuratu Al-Qamar القمر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qamar Caqasi, Suuratu Al-Qamar Hiikkaa, Suuratu Al-Qamar mp3, Suuratu Al-Qamar pdf. Aayah 1–3. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers