Al-Qamar · 4/55
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Qamar
وَلَقَدْ جَاءَهُم مِّنَ الْأَنبَاءِ مَا فِيهِ مُزْدَجَرٌ ۝٤
Wa laqad jaaa`ahum minal ambaaa`i maa feehi muzdajar
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, oduu irraa wanti isa keessa dhorgaan jiru isaanitti dhufeera
🎧 Caqasi

📜 Aayah 2-6 — Al-Qamar

2وَإِن يَرَوْا آيَةً يُعْرِضُوا وَيَقُولُوا سِحْرٌ مُّسْتَمِرٌّ
Yeroo mallattoo wahii argan gara galaniiti “(kun) sihrii cimaadha” jedhu
3وَكَذَّبُوا وَاتَّبَعُوا أَهْوَاءَهُمْ ۚ وَكُلُّ أَمْرٍ مُّسْتَقِرٌّ
(Qur’aana) sobsiisanii fedha lubbuu isaanii hordofuWanti hunduu galma ga’aadha
4وَلَقَدْ جَاءَهُم مِّنَ الْأَنبَاءِ مَا فِيهِ مُزْدَجَرٌ
Dhugumatti, oduu irraa wanti isa keessa dhorgaan jiru isaanitti dhufeera
5حِكْمَةٌ بَالِغَةٌ ۖ فَمَا تُغْنِ النُّذُرُ
Beekumsi ga’aan (isaanitti dhufeera)Akeekkachiistonni homaa isaan hin fayyadu
6فَتَوَلَّ عَنْهُمْ ۘ يَوْمَ يَدْعُ الدَّاعِ إِلَىٰ شَيْءٍ نُّكُرٍ
Isaan irraa garagaliGuyyaa waamaan gara waan rifachiisaa ta’eetti (isaan) waamu
Al-QamarTarreeffama Qur'ana
55Aayah
MeccanRevelation
4Aayah

Hiikkaa — Al-Qamar 4

Suuratu Al-Qamar Aayah 4 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, oduu irraa wanti isa keessa dhorgaan jiru isaanitti dhufeera

Suuratu Aayah 4/55 — Al-Qamar القمر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Qamar Caqasi, Al-Qamar Hiikkaa, Al-Qamar mp3, Al-Qamar pdf. Aayah 2–6. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers