Al-Qamar · 3/55
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Qamar
وَكَذَّبُوا وَاتَّبَعُوا أَهْوَاءَهُمْ ۚ وَكُلُّ أَمْرٍ مُّسْتَقِرٌّ ۝٣
Wa kazzaboo wattaba`ooo ahwaaa`ahum; wa kullu amrim mustaqirr
📖 Afaan Oromoon
(Qur’aana) sobsiisanii fedha lubbuu isaanii hordofuWanti hunduu galma ga’aadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-5 — Suuratu Al-Qamar

1اقْتَرَبَتِ السَّاعَةُ وَانشَقَّ الْقَمَرُ
Qiyaamaan kaloofte; jiinis lamatti addaan dhoohe
2وَإِن يَرَوْا آيَةً يُعْرِضُوا وَيَقُولُوا سِحْرٌ مُّسْتَمِرٌّ
Yeroo mallattoo wahii argan gara galaniiti “(kun) sihrii cimaadha” jedhu
3وَكَذَّبُوا وَاتَّبَعُوا أَهْوَاءَهُمْ ۚ وَكُلُّ أَمْرٍ مُّسْتَقِرٌّ
(Qur’aana) sobsiisanii fedha lubbuu isaanii hordofuWanti hunduu galma ga’aadha
4وَلَقَدْ جَاءَهُم مِّنَ الْأَنبَاءِ مَا فِيهِ مُزْدَجَرٌ
Dhugumatti, oduu irraa wanti isa keessa dhorgaan jiru isaanitti dhufeera
5حِكْمَةٌ بَالِغَةٌ ۖ فَمَا تُغْنِ النُّذُرُ
Beekumsi ga’aan (isaanitti dhufeera)Akeekkachiistonni homaa isaan hin fayyadu
Al-QamarTarreeffama Qur'ana
55Aayah
MeccanRevelation
3Aayah

Hiikkaa — Al-Qamar 3

Suuratu Al-Qamar Aayah 3 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Qur’aana) sobsiisanii fedha lubbuu isaanii hordofuWanti hunduu galma ga’aadha

Suuratu Aayah 3/55 — Suuratu Al-Qamar القمر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Qamar Caqasi, Suuratu Al-Qamar Hiikkaa, Suuratu Al-Qamar mp3, Suuratu Al-Qamar pdf. Aayah 1–5. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers