Ar-Rahman · 11/78
Hiikkaa Sagaleeffama — Ar-Rahman
فِيهَا فَاكِهَةٌ وَالنَّخْلُ ذَاتُ الْأَكْمَامِ ۝١١
Feehaa faakihatunw wan nakhlu zaatul akmaam
📖 Afaan Oromoon
Ishee keessatti fuduraaleefi mukkeen temiraa kan qolola (qola) habaaboo qabantu jira
🎧 Caqasi

📜 Aayah 9-13 — Ar-Rahman

9وَأَقِيمُوا الْوَزْنَ بِالْقِسْطِ وَلَا تُخْسِرُوا الْمِيزَانَ
Madaala sirriitti qajeelchaa; madaala hin hir’isinaa
10وَالْأَرْضَ وَضَعَهَا لِلْأَنَامِ
Dachiis uumama hundaaf ishee kaaye
11فِيهَا فَاكِهَةٌ وَالنَّخْلُ ذَاتُ الْأَكْمَامِ
Ishee keessatti fuduraaleefi mukkeen temiraa kan qolola (qola) habaaboo qabantu jira
12وَالْحَبُّ ذُو الْعَصْفِ وَالرَّيْحَانُ
Midhaan baalaafi urgaa qabantu jiru
13فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
Ar-RahmanTarreeffama Qur'ana
78Aayah
MedinanRevelation
11Aayah

Hiikkaa — Ar-Rahman 11

Suuratu Ar-Rahman Aayah 11 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ishee keessatti fuduraaleefi mukkeen temiraa kan qolola (qola) habaaboo qabantu…

Suuratu Aayah 11/78 — Ar-Rahman الرحمن (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ar-Rahman Caqasi, Ar-Rahman Hiikkaa, Ar-Rahman mp3, Ar-Rahman pdf. Aayah 9–13. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers