Ar-Rahman · 10/78
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ar-Rahman
وَالْأَرْضَ وَضَعَهَا لِلْأَنَامِ ۝١٠
Wal arda wada`ahaa lilanaame
📖 Afaan Oromoon
Dachiis uumama hundaaf ishee kaaye

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 8-12 — Suuratu Ar-Rahman

8أَلَّا تَطْغَوْا فِي الْمِيزَانِ
Akka isin madaala keessatti daangaa hin dabrineef jecha
9وَأَقِيمُوا الْوَزْنَ بِالْقِسْطِ وَلَا تُخْسِرُوا الْمِيزَانَ
Madaala sirriitti qajeelchaa; madaala hin hir’isinaa
10وَالْأَرْضَ وَضَعَهَا لِلْأَنَامِ
Dachiis uumama hundaaf ishee kaaye
11فِيهَا فَاكِهَةٌ وَالنَّخْلُ ذَاتُ الْأَكْمَامِ
Ishee keessatti fuduraaleefi mukkeen temiraa kan qolola (qola) habaaboo qabantu jira
12وَالْحَبُّ ذُو الْعَصْفِ وَالرَّيْحَانُ
Midhaan baalaafi urgaa qabantu jiru
Ar-RahmanTarreeffama Qur'ana
78Aayah
MedinanRevelation
10Aayah

Hiikkaa — Ar-Rahman 10

Suuratu Ar-Rahman Aayah 10 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dachiis uumama hundaaf ishee kaaye

Suuratu Aayah 10/78 — Suuratu Ar-Rahman الرحمن (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ar-Rahman Caqasi, Suuratu Ar-Rahman Hiikkaa, Suuratu Ar-Rahman mp3, Suuratu Ar-Rahman pdf. Aayah 8–12. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Wednesday, September 30, 2026

Don't forget us in your sincere prayers