Ar-Rahman · 12/78
Hiikkaa Sagaleeffama — Ar-Rahman
وَالْحَبُّ ذُو الْعَصْفِ وَالرَّيْحَانُ ۝١٢
Walhabbu zul `asfi war Raihaanu
📖 Afaan Oromoon
Midhaan baalaafi urgaa qabantu jiru
🎧 Caqasi

📜 Aayah 10-14 — Ar-Rahman

10وَالْأَرْضَ وَضَعَهَا لِلْأَنَامِ
Dachiis uumama hundaaf ishee kaaye
11فِيهَا فَاكِهَةٌ وَالنَّخْلُ ذَاتُ الْأَكْمَامِ
Ishee keessatti fuduraaleefi mukkeen temiraa kan qolola (qola) habaaboo qabantu jira
12وَالْحَبُّ ذُو الْعَصْفِ وَالرَّيْحَانُ
Midhaan baalaafi urgaa qabantu jiru
13فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
14خَلَقَ الْإِنسَانَ مِن صَلْصَالٍ كَالْفَخَّارِ
(Rabbiin) ilma namaa dhoqqee akka okkoteetti iyyu (suphee) irraa uume
Ar-RahmanTarreeffama Qur'ana
78Aayah
MedinanRevelation
12Aayah

Hiikkaa — Ar-Rahman 12

Suuratu Ar-Rahman Aayah 12 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Midhaan baalaafi urgaa qabantu jiru

Suuratu Aayah 12/78 — Ar-Rahman الرحمن (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ar-Rahman Caqasi, Ar-Rahman Hiikkaa, Ar-Rahman mp3, Ar-Rahman pdf. Aayah 10–14. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers