Ar-Rahman · 28/78
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ar-Rahman
فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ ۝٢٨
Fabi ayyi aalaaa`i Rabbikumaa tukazzibaan
📖 Afaan Oromoon
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 26-30 — Suuratu Ar-Rahman

26كُلُّ مَنْ عَلَيْهَا فَانٍ
Wanti ishee (dachii) gubbaa jiru hundi ni dhabama
27وَيَبْقَىٰ وَجْهُ رَبِّكَ ذُو الْجَلَالِ وَالْإِكْرَامِ
Fuula Gooftaa keetii, kan guddinaafi ulfinaatu hafa
28فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
29يَسْأَلُهُ مَن فِي السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ ۚ كُلَّ يَوْمٍ هُوَ فِي شَأْنٍ
Wanti samiifi dachii keessa jiru hundi Isa kadhataGuyyaa hunda Inni hojiitti jira
30فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
Ar-RahmanTarreeffama Qur'ana
78Aayah
MedinanRevelation
28Aayah

Hiikkaa — Ar-Rahman 28

Suuratu Ar-Rahman Aayah 28 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu

Suuratu Aayah 28/78 — Suuratu Ar-Rahman الرحمن (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ar-Rahman Caqasi, Suuratu Ar-Rahman Hiikkaa, Suuratu Ar-Rahman mp3, Suuratu Ar-Rahman pdf. Aayah 26–30. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers