Ar-Rahman · 27/78
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ar-Rahman
وَيَبْقَىٰ وَجْهُ رَبِّكَ ذُو الْجَلَالِ وَالْإِكْرَامِ ۝٢٧
Wa yabqaa wajhu rabbika zul jalaali wal ikraam
📖 Afaan Oromoon
Fuula Gooftaa keetii, kan guddinaafi ulfinaatu hafa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 25-29 — Suuratu Ar-Rahman

25فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
26كُلُّ مَنْ عَلَيْهَا فَانٍ
Wanti ishee (dachii) gubbaa jiru hundi ni dhabama
27وَيَبْقَىٰ وَجْهُ رَبِّكَ ذُو الْجَلَالِ وَالْإِكْرَامِ
Fuula Gooftaa keetii, kan guddinaafi ulfinaatu hafa
28فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
29يَسْأَلُهُ مَن فِي السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ ۚ كُلَّ يَوْمٍ هُوَ فِي شَأْنٍ
Wanti samiifi dachii keessa jiru hundi Isa kadhataGuyyaa hunda Inni hojiitti jira
Ar-RahmanTarreeffama Qur'ana
78Aayah
MedinanRevelation
27Aayah

Hiikkaa — Ar-Rahman 27

Suuratu Ar-Rahman Aayah 27 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Fuula Gooftaa keetii, kan guddinaafi ulfinaatu hafa

Suuratu Aayah 27/78 — Suuratu Ar-Rahman الرحمن (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ar-Rahman Caqasi, Suuratu Ar-Rahman Hiikkaa, Suuratu Ar-Rahman mp3, Suuratu Ar-Rahman pdf. Aayah 25–29. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers