Ar-Rahman · 33/78
Hiikkaa Sagaleeffama — Ar-Rahman
يَا مَعْشَرَ الْجِنِّ وَالْإِنسِ إِنِ اسْتَطَعْتُمْ أَن تَنفُذُوا مِنْ أَقْطَارِ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ فَانفُذُوا ۚ لَا تَنفُذُونَ إِلَّا بِسُلْطَانٍ ۝٣٣
Yaa ma`sharal jinni wal insi inis tata`tum an tanfuzoo min aqtaaris samaawaati wal ardi fanfuzoo; laa tanfuzoona illaa bisultaan
📖 Afaan Oromoon
Yaa garee jinniifi namaa! Yoo moggaawwan samiifi dachii qaxxaamuruu dandeessan, qaxxaamuraaDandeettiin malee hin qaxxaamurtan
🎧 Caqasi

📜 Aayah 31-35 — Ar-Rahman

31سَنَفْرُغُ لَكُمْ أَيُّهَ الثَّقَلَانِ
Yaa ulfaattota lamaanii (jinniifi namaa) fuulduratti isiniif raawwanna
32فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
33يَا مَعْشَرَ الْجِنِّ وَالْإِنسِ إِنِ اسْتَطَعْتُمْ أَن تَنفُذُوا مِنْ أَقْطَارِ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ فَانفُذُوا ۚ لَا تَنفُذُونَ إِلَّا بِسُلْطَانٍ
Yaa garee jinniifi namaa! Yoo moggaawwan samiifi dachii qaxxaamuruu dandeessan, qaxxaamuraaDandeettiin malee hin qaxxaamurtan
34فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
35يُرْسَلُ عَلَيْكُمَا شُوَاظٌ مِّن نَّارٍ وَنُحَاسٌ فَلَا تَنتَصِرَانِ
Isin lamaan irratti boba’aa Ibidda irraa ta’eefi sibiila baqetu ergamaErgasii of irraa dhorguu hin dandeessanu
Ar-RahmanTarreeffama Qur'ana
78Aayah
MedinanRevelation
33Aayah

Hiikkaa — Ar-Rahman 33

Suuratu Ar-Rahman Aayah 33 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yaa garee jinniifi namaa! Yoo moggaawwan samiifi dachii qaxxaamuruu dandeessan,…

Suuratu Aayah 33/78 — Ar-Rahman الرحمن (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ar-Rahman Caqasi, Ar-Rahman Hiikkaa, Ar-Rahman mp3, Ar-Rahman pdf. Aayah 31–35. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers